Categories
Of Madaali

Hubannoo kee madaali

Hubannoon kee ofumaan of madaali

Hubannoo kee madaali

1 / 10

Sahaabtichi "Gooftaa shahiidootaa" jedhamuun beekkamu eenyu?

2 / 10

Sahaabtichi "Zunnuureeyn" jedhamuun beekkamu kami?

3 / 10

Nabiyyiin keenya (Saw) gaafa ergaman umriin isaanii waggaa meeqa ture?

4 / 10

Sahaabtichi "Al-Faaruuq" jedhamuun beekkamu eenyu?

5 / 10

Suuraa Qur'aanaa keessaa kan Sajdaa (iddoo yeroo qara'aa itti dhuftan sujuudan) lama qabdu tami?

6 / 10

Kitaaba Toowraat keessaa jecha maal ja'uutu jalqaba bu'e?

7 / 10

Ergamaan Rabbii osoo jiruu duula meeqa duule?

8 / 10

Eega Rasuulli Rabbii (Sallallaahu Aleeyhi wasallam) ergamanii masjiinni lammaaffaa jaarame kami?

9 / 10

Erga Nabiyyiin keenya (Saw) ergamanii masjiidni jalqaba ijaarame kami?

10 / 10

Abbaan manaa (jaarsi) Asmaa Bint Abiibakrii maqaan isaa eenyu?

Your score is

The average score is 63%

0%