Categories Uncategorized Hubannoo kee of madaali Post author By barsiisaa Post date January 11, 2026 No Comments on Hubannoo kee of madaali Siiraa Rasuulaatirraa hubannoo qabdu gaafiilee armaan gadii tana hojjachuudhaan of madaali Asiin Jalqabi 👇👇👇 Created on January 11, 2026 Gaaffiilee siiraa Rasuulaa NameEmailPhone Number 1 / 16 1. Gaala Nabi Saalih namni diree ajjeese Qudaar Ibnu Saalif jedhama. A) Dhugaa B) Soba 2 / 16 2. 2. Maqaan Rasuulaa (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) Muhammad jedhamee yeroo meeqa Qur'aana keessatti dubbatame? A) Yeroo 5 B) Yeroo 6 C) Yeroo 7 D) Yeroo 4 Muhammad jedhamee yeroo 4 dubbatame. Ahmad jedhamuun ammoo yeroo 1 dubbatame. Walui gala yeroo 5 dubbatame. 3 / 16 3. Nabi Saalih ajjeessuuf kan waliin marii taasisan nama sagali A) Soba B) Dhugaa 4 / 16 4. Nabiyyillaah Nuuh ummata isaatiif du'aa'ii kadhate. A) Soba B) Dhugaa 5 / 16 5. Ilmaan Aadam lamaan kan wal ajjeesan Haabilii fi Qaabili. A) Dhugaa B) Soba 6 / 16 6. Jannanni Nabi Aadam keessa ture maal jedhama? A) Jannatunna'iim B) Jannatul Khuldi C) Jannatul Firdoows D) Jannatul Ma'awaa 7 / 16 7. Ergamaan yeroo jalqabaatiif Rasuula tahee gara ummataatti ergame eenyu? A) Nabi Idiriis B) Nabi Nuuh C) Nabi Aadam D) Zulkifl 8 / 16 8. 3. Rasuulli (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) ergamee isaa waggaa meeqaa Abuu Xaalib du'e? A) Waggaa 15 B) Waggaa 9 C) Waggaa 10 D) Waggaa 12 9 / 16 9. Namni shari'aa haariyaan gara ummataatti ergame maal jedhama? A) Nabiyyii B) Rasuula C) Hawaariyyoota D) Siddiiqoota 10 / 16 10. 1. Barri Rasuulli dhalate____jedhama A) Aamal Asad B) Aamalfiil C) Aamal Baqar D) Aamal Ibil 11 / 16 11. 4. Yeroo duraatiif namni da'awaadhaaf gara Madiinaatti ergame eenyu? A) Mus'ab Ibn Umeeyri B) Abdallaah Ibnu Abbaas C) Aliyyii Ibnu Abii Xaalib D) Khaalid Ibnu Waliid 12 / 16 12. Namni shari'aa nama isa dura dabree raggaasisuuf ergame maal jedhama? A) Deebii hin qabu B) Nabiyyii C) Rasuula D) Aalima 13 / 16 13. Qabiilaan yokiin gosti Nabiyyullaah Huud itti ergame maal jedhama? A) Qabiilaa Samuud B) Qabiilaa Aad C) Qabiilaa Qureeyshii D) Qabiilaa Kan'aan 14 / 16 14. Ummaan teenya Haawwaan abbaa keenya Aadamii wajjiin muka irraa dhoorkaman hin nyaanne. A) Dhugaa B) Soba 15 / 16 15. Ummanni Nabiyyullaah Huud bakakkaadhaan dhuman A) Soba B) Dhugaa 16 / 16 16. Kanneen armaan gadii keessaa wanti Naabiyyoonni nama biraatirraa ittiin adda ta'an maali? A) Ija malee qalbiin hin rafan B) Hunduu deebiidha C) Bakka itti du'anitti awwaalaman D) Biyyeen qaama isaanii hin nyaattu Your score isThe average score is 67% LinkedIn Facebook VKontakte 0% Restart quiz