Categories Uncategorized Hubannoo kee of madaali Post author By barsiisaa Post date January 11, 2026 No Comments on Hubannoo kee of madaali Siiraa Rasuulaatirraa hubannoo qabdu gaafiilee armaan gadii tana hojjachuudhaan of madaali Asiin Jalqabi 👇👇👇 Created on January 11, 2026 Gaaffiilee siiraa Rasuulaa NameEmailPhone Number 1 / 16 1. Kanneen armaan gadii keessaa wanti Naabiyyoonni nama biraatirraa ittiin adda ta'an maali? A) Bakka itti du'anitti awwaalaman B) Ija malee qalbiin hin rafan C) Biyyeen qaama isaanii hin nyaattu D) Hunduu deebiidha 2 / 16 2. Gaala Nabi Saalih namni diree ajjeese Qudaar Ibnu Saalif jedhama. A) Dhugaa B) Soba 3 / 16 3. 2. Maqaan Rasuulaa (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) Muhammad jedhamee yeroo meeqa Qur'aana keessatti dubbatame? A) Yeroo 5 B) Yeroo 7 C) Yeroo 4 D) Yeroo 6 Muhammad jedhamee yeroo 4 dubbatame. Ahmad jedhamuun ammoo yeroo 1 dubbatame. Walui gala yeroo 5 dubbatame. 4 / 16 4. Ergamaan yeroo jalqabaatiif Rasuula tahee gara ummataatti ergame eenyu? A) Zulkifl B) Nabi Aadam C) Nabi Nuuh D) Nabi Idiriis 5 / 16 5. Ummanni Nabiyyullaah Huud bakakkaadhaan dhuman A) Soba B) Dhugaa 6 / 16 6. Namni shari'aa haariyaan gara ummataatti ergame maal jedhama? A) Nabiyyii B) Rasuula C) Hawaariyyoota D) Siddiiqoota 7 / 16 7. Ummaan teenya Haawwaan abbaa keenya Aadamii wajjiin muka irraa dhoorkaman hin nyaanne. A) Dhugaa B) Soba 8 / 16 8. Jannanni Nabi Aadam keessa ture maal jedhama? A) Jannatunna'iim B) Jannatul Khuldi C) Jannatul Ma'awaa D) Jannatul Firdoows 9 / 16 9. Namni shari'aa nama isa dura dabree raggaasisuuf ergame maal jedhama? A) Rasuula B) Deebii hin qabu C) Aalima D) Nabiyyii 10 / 16 10. Ilmaan Aadam lamaan kan wal ajjeesan Haabilii fi Qaabili. A) Soba B) Dhugaa 11 / 16 11. 1. Barri Rasuulli dhalate____jedhama A) Aamal Ibil B) Aamal Asad C) Aamalfiil D) Aamal Baqar 12 / 16 12. Qabiilaan yokiin gosti Nabiyyullaah Huud itti ergame maal jedhama? A) Qabiilaa Aad B) Qabiilaa Samuud C) Qabiilaa Kan'aan D) Qabiilaa Qureeyshii 13 / 16 13. 4. Yeroo duraatiif namni da'awaadhaaf gara Madiinaatti ergame eenyu? A) Aliyyii Ibnu Abii Xaalib B) Mus'ab Ibn Umeeyri C) Abdallaah Ibnu Abbaas D) Khaalid Ibnu Waliid 14 / 16 14. Nabi Saalih ajjeessuuf kan waliin marii taasisan nama sagali A) Dhugaa B) Soba 15 / 16 15. 3. Rasuulli (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) ergamee isaa waggaa meeqaa Abuu Xaalib du'e? A) Waggaa 10 B) Waggaa 9 C) Waggaa 15 D) Waggaa 12 16 / 16 16. Nabiyyillaah Nuuh ummata isaatiif du'aa'ii kadhate. A) Dhugaa B) Soba Your score isThe average score is 67% LinkedIn Facebook VKontakte 0% Restart quiz