Categories Uncategorized Hubannoo kee of madaali Post author By barsiisaa Post date January 11, 2026 No Comments on Hubannoo kee of madaali Siiraa Rasuulaatirraa hubannoo qabdu gaafiilee armaan gadii tana hojjachuudhaan of madaali Asiin Jalqabi 👇👇👇 Created on January 11, 2026 Gaaffiilee siiraa Rasuulaa NameEmailPhone Number 1 / 16 1. Ummaan teenya Haawwaan abbaa keenya Aadamii wajjiin muka irraa dhoorkaman hin nyaanne. A) Soba B) Dhugaa 2 / 16 2. 2. Maqaan Rasuulaa (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) Muhammad jedhamee yeroo meeqa Qur'aana keessatti dubbatame? A) Yeroo 6 B) Yeroo 5 C) Yeroo 4 D) Yeroo 7 Muhammad jedhamee yeroo 4 dubbatame. Ahmad jedhamuun ammoo yeroo 1 dubbatame. Walui gala yeroo 5 dubbatame. 3 / 16 3. Nabiyyillaah Nuuh ummata isaatiif du'aa'ii kadhate. A) Dhugaa B) Soba 4 / 16 4. Gaala Nabi Saalih namni diree ajjeese Qudaar Ibnu Saalif jedhama. A) Soba B) Dhugaa 5 / 16 5. 3. Rasuulli (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) ergamee isaa waggaa meeqaa Abuu Xaalib du'e? A) Waggaa 12 B) Waggaa 15 C) Waggaa 9 D) Waggaa 10 6 / 16 6. Jannanni Nabi Aadam keessa ture maal jedhama? A) Jannatul Khuldi B) Jannatul Firdoows C) Jannatul Ma'awaa D) Jannatunna'iim 7 / 16 7. Ergamaan yeroo jalqabaatiif Rasuula tahee gara ummataatti ergame eenyu? A) Nabi Aadam B) Zulkifl C) Nabi Idiriis D) Nabi Nuuh 8 / 16 8. Ilmaan Aadam lamaan kan wal ajjeesan Haabilii fi Qaabili. A) Soba B) Dhugaa 9 / 16 9. Qabiilaan yokiin gosti Nabiyyullaah Huud itti ergame maal jedhama? A) Qabiilaa Qureeyshii B) Qabiilaa Samuud C) Qabiilaa Aad D) Qabiilaa Kan'aan 10 / 16 10. Namni shari'aa haariyaan gara ummataatti ergame maal jedhama? A) Nabiyyii B) Hawaariyyoota C) Rasuula D) Siddiiqoota 11 / 16 11. 4. Yeroo duraatiif namni da'awaadhaaf gara Madiinaatti ergame eenyu? A) Abdallaah Ibnu Abbaas B) Khaalid Ibnu Waliid C) Mus'ab Ibn Umeeyri D) Aliyyii Ibnu Abii Xaalib 12 / 16 12. Ummanni Nabiyyullaah Huud bakakkaadhaan dhuman A) Dhugaa B) Soba 13 / 16 13. Namni shari'aa nama isa dura dabree raggaasisuuf ergame maal jedhama? A) Rasuula B) Nabiyyii C) Deebii hin qabu D) Aalima 14 / 16 14. 1. Barri Rasuulli dhalate____jedhama A) Aamal Baqar B) Aamal Ibil C) Aamalfiil D) Aamal Asad 15 / 16 15. Nabi Saalih ajjeessuuf kan waliin marii taasisan nama sagali A) Dhugaa B) Soba 16 / 16 16. Kanneen armaan gadii keessaa wanti Naabiyyoonni nama biraatirraa ittiin adda ta'an maali? A) Bakka itti du'anitti awwaalaman B) Biyyeen qaama isaanii hin nyaattu C) Hunduu deebiidha D) Ija malee qalbiin hin rafan Your score isThe average score is 67% LinkedIn Facebook VKontakte 0% Restart quiz