Categories Uncategorized Hubannoo kee of madaali Post author By barsiisaa Post date January 11, 2026 No Comments on Hubannoo kee of madaali Siiraa Rasuulaatirraa hubannoo qabdu gaafiilee armaan gadii tana hojjachuudhaan of madaali Asiin Jalqabi 👇👇👇 Created on January 11, 2026 Gaaffiilee siiraa Rasuulaa NameEmailPhone Number 1 / 16 1. 1. Barri Rasuulli dhalate____jedhama A) Aamal Ibil B) Aamal Asad C) Aamalfiil D) Aamal Baqar 2 / 16 2. 2. Maqaan Rasuulaa (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) Muhammad jedhamee yeroo meeqa Qur'aana keessatti dubbatame? A) Yeroo 6 B) Yeroo 4 C) Yeroo 7 D) Yeroo 5 Muhammad jedhamee yeroo 4 dubbatame. Ahmad jedhamuun ammoo yeroo 1 dubbatame. Walui gala yeroo 5 dubbatame. 3 / 16 3. Kanneen armaan gadii keessaa wanti Naabiyyoonni nama biraatirraa ittiin adda ta'an maali? A) Bakka itti du'anitti awwaalaman B) Biyyeen qaama isaanii hin nyaattu C) Ija malee qalbiin hin rafan D) Hunduu deebiidha 4 / 16 4. Ilmaan Aadam lamaan kan wal ajjeesan Haabilii fi Qaabili. A) Dhugaa B) Soba 5 / 16 5. Qabiilaan yokiin gosti Nabiyyullaah Huud itti ergame maal jedhama? A) Qabiilaa Samuud B) Qabiilaa Qureeyshii C) Qabiilaa Kan'aan D) Qabiilaa Aad 6 / 16 6. Ergamaan yeroo jalqabaatiif Rasuula tahee gara ummataatti ergame eenyu? A) Nabi Aadam B) Zulkifl C) Nabi Idiriis D) Nabi Nuuh 7 / 16 7. Nabiyyillaah Nuuh ummata isaatiif du'aa'ii kadhate. A) Dhugaa B) Soba 8 / 16 8. 3. Rasuulli (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) ergamee isaa waggaa meeqaa Abuu Xaalib du'e? A) Waggaa 12 B) Waggaa 10 C) Waggaa 15 D) Waggaa 9 9 / 16 9. Gaala Nabi Saalih namni diree ajjeese Qudaar Ibnu Saalif jedhama. A) Dhugaa B) Soba 10 / 16 10. Namni shari'aa haariyaan gara ummataatti ergame maal jedhama? A) Rasuula B) Siddiiqoota C) Hawaariyyoota D) Nabiyyii 11 / 16 11. Ummanni Nabiyyullaah Huud bakakkaadhaan dhuman A) Soba B) Dhugaa 12 / 16 12. Nabi Saalih ajjeessuuf kan waliin marii taasisan nama sagali A) Soba B) Dhugaa 13 / 16 13. Ummaan teenya Haawwaan abbaa keenya Aadamii wajjiin muka irraa dhoorkaman hin nyaanne. A) Soba B) Dhugaa 14 / 16 14. Namni shari'aa nama isa dura dabree raggaasisuuf ergame maal jedhama? A) Nabiyyii B) Aalima C) Deebii hin qabu D) Rasuula 15 / 16 15. 4. Yeroo duraatiif namni da'awaadhaaf gara Madiinaatti ergame eenyu? A) Khaalid Ibnu Waliid B) Aliyyii Ibnu Abii Xaalib C) Abdallaah Ibnu Abbaas D) Mus'ab Ibn Umeeyri 16 / 16 16. Jannanni Nabi Aadam keessa ture maal jedhama? A) Jannatul Ma'awaa B) Jannatul Khuldi C) Jannatul Firdoows D) Jannatunna'iim Your score isThe average score is 67% LinkedIn Facebook VKontakte 0% Restart quiz Leave a Reply Cancel replyYour email address will not be published. Required fields are marked *Comment * Name * Email * Website Save my name, email, and website in this browser for the next time I comment.