Categories Uncategorized Hubannoo kee of madaali Post author By barsiisaa Post date January 11, 2026 No Comments on Hubannoo kee of madaali Siiraa Rasuulaatirraa hubannoo qabdu gaafiilee armaan gadii tana hojjachuudhaan of madaali Asiin Jalqabi 👇👇👇 Created on January 11, 2026 Gaaffiilee siiraa Rasuulaa NameEmailPhone Number 1 / 16 1. Kanneen armaan gadii keessaa wanti Naabiyyoonni nama biraatirraa ittiin adda ta'an maali? A) Ija malee qalbiin hin rafan B) Bakka itti du'anitti awwaalaman C) Hunduu deebiidha D) Biyyeen qaama isaanii hin nyaattu 2 / 16 2. Nabi Saalih ajjeessuuf kan waliin marii taasisan nama sagali A) Soba B) Dhugaa 3 / 16 3. 1. Barri Rasuulli dhalate____jedhama A) Aamal Asad B) Aamal Baqar C) Aamalfiil D) Aamal Ibil 4 / 16 4. 3. Rasuulli (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) ergamee isaa waggaa meeqaa Abuu Xaalib du'e? A) Waggaa 9 B) Waggaa 12 C) Waggaa 15 D) Waggaa 10 5 / 16 5. Ummanni Nabiyyullaah Huud bakakkaadhaan dhuman A) Dhugaa B) Soba 6 / 16 6. Namni shari'aa nama isa dura dabree raggaasisuuf ergame maal jedhama? A) Rasuula B) Nabiyyii C) Deebii hin qabu D) Aalima 7 / 16 7. 2. Maqaan Rasuulaa (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) Muhammad jedhamee yeroo meeqa Qur'aana keessatti dubbatame? A) Yeroo 5 B) Yeroo 6 C) Yeroo 7 D) Yeroo 4 Muhammad jedhamee yeroo 4 dubbatame. Ahmad jedhamuun ammoo yeroo 1 dubbatame. Walui gala yeroo 5 dubbatame. 8 / 16 8. Jannanni Nabi Aadam keessa ture maal jedhama? A) Jannatul Firdoows B) Jannatul Khuldi C) Jannatunna'iim D) Jannatul Ma'awaa 9 / 16 9. Nabiyyillaah Nuuh ummata isaatiif du'aa'ii kadhate. A) Dhugaa B) Soba 10 / 16 10. Namni shari'aa haariyaan gara ummataatti ergame maal jedhama? A) Siddiiqoota B) Nabiyyii C) Rasuula D) Hawaariyyoota 11 / 16 11. Ummaan teenya Haawwaan abbaa keenya Aadamii wajjiin muka irraa dhoorkaman hin nyaanne. A) Dhugaa B) Soba 12 / 16 12. 4. Yeroo duraatiif namni da'awaadhaaf gara Madiinaatti ergame eenyu? A) Mus'ab Ibn Umeeyri B) Aliyyii Ibnu Abii Xaalib C) Khaalid Ibnu Waliid D) Abdallaah Ibnu Abbaas 13 / 16 13. Gaala Nabi Saalih namni diree ajjeese Qudaar Ibnu Saalif jedhama. A) Soba B) Dhugaa 14 / 16 14. Ilmaan Aadam lamaan kan wal ajjeesan Haabilii fi Qaabili. A) Dhugaa B) Soba 15 / 16 15. Qabiilaan yokiin gosti Nabiyyullaah Huud itti ergame maal jedhama? A) Qabiilaa Aad B) Qabiilaa Kan'aan C) Qabiilaa Samuud D) Qabiilaa Qureeyshii 16 / 16 16. Ergamaan yeroo jalqabaatiif Rasuula tahee gara ummataatti ergame eenyu? A) Nabi Nuuh B) Nabi Idiriis C) Zulkifl D) Nabi Aadam Your score isThe average score is 67% LinkedIn Facebook VKontakte 0% Restart quiz