Categories Uncategorized Hubannoo kee of madaali Post author By barsiisaa Post date January 11, 2026 No Comments on Hubannoo kee of madaali Siiraa Rasuulaatirraa hubannoo qabdu gaafiilee armaan gadii tana hojjachuudhaan of madaali Asiin Jalqabi 👇👇👇 Created on January 11, 2026 Gaaffiilee siiraa Rasuulaa NameEmailPhone Number 1 / 16 1. Ummaan teenya Haawwaan abbaa keenya Aadamii wajjiin muka irraa dhoorkaman hin nyaanne. A) Soba B) Dhugaa 2 / 16 2. 4. Yeroo duraatiif namni da'awaadhaaf gara Madiinaatti ergame eenyu? A) Aliyyii Ibnu Abii Xaalib B) Mus'ab Ibn Umeeyri C) Khaalid Ibnu Waliid D) Abdallaah Ibnu Abbaas 3 / 16 3. Ummanni Nabiyyullaah Huud bakakkaadhaan dhuman A) Dhugaa B) Soba 4 / 16 4. 3. Rasuulli (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) ergamee isaa waggaa meeqaa Abuu Xaalib du'e? A) Waggaa 15 B) Waggaa 9 C) Waggaa 12 D) Waggaa 10 5 / 16 5. Kanneen armaan gadii keessaa wanti Naabiyyoonni nama biraatirraa ittiin adda ta'an maali? A) Ija malee qalbiin hin rafan B) Biyyeen qaama isaanii hin nyaattu C) Bakka itti du'anitti awwaalaman D) Hunduu deebiidha 6 / 16 6. Jannanni Nabi Aadam keessa ture maal jedhama? A) Jannatul Ma'awaa B) Jannatunna'iim C) Jannatul Khuldi D) Jannatul Firdoows 7 / 16 7. Ergamaan yeroo jalqabaatiif Rasuula tahee gara ummataatti ergame eenyu? A) Nabi Aadam B) Nabi Idiriis C) Zulkifl D) Nabi Nuuh 8 / 16 8. Ilmaan Aadam lamaan kan wal ajjeesan Haabilii fi Qaabili. A) Soba B) Dhugaa 9 / 16 9. 1. Barri Rasuulli dhalate____jedhama A) Aamal Ibil B) Aamal Asad C) Aamalfiil D) Aamal Baqar 10 / 16 10. Namni shari'aa nama isa dura dabree raggaasisuuf ergame maal jedhama? A) Deebii hin qabu B) Rasuula C) Aalima D) Nabiyyii 11 / 16 11. Nabi Saalih ajjeessuuf kan waliin marii taasisan nama sagali A) Soba B) Dhugaa 12 / 16 12. 2. Maqaan Rasuulaa (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) Muhammad jedhamee yeroo meeqa Qur'aana keessatti dubbatame? A) Yeroo 6 B) Yeroo 7 C) Yeroo 5 D) Yeroo 4 Muhammad jedhamee yeroo 4 dubbatame. Ahmad jedhamuun ammoo yeroo 1 dubbatame. Walui gala yeroo 5 dubbatame. 13 / 16 13. Nabiyyillaah Nuuh ummata isaatiif du'aa'ii kadhate. A) Dhugaa B) Soba 14 / 16 14. Gaala Nabi Saalih namni diree ajjeese Qudaar Ibnu Saalif jedhama. A) Dhugaa B) Soba 15 / 16 15. Qabiilaan yokiin gosti Nabiyyullaah Huud itti ergame maal jedhama? A) Qabiilaa Qureeyshii B) Qabiilaa Kan'aan C) Qabiilaa Aad D) Qabiilaa Samuud 16 / 16 16. Namni shari'aa haariyaan gara ummataatti ergame maal jedhama? A) Nabiyyii B) Hawaariyyoota C) Siddiiqoota D) Rasuula Your score isThe average score is 67% LinkedIn Facebook VKontakte 0% Restart quiz Leave a Reply Cancel replyYour email address will not be published. Required fields are marked *Comment * Name * Email * Website Save my name, email, and website in this browser for the next time I comment.