Koorsii Tajwiidaa
About Course
Assalaamu’aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuh!
Koorsii kana keessatti Tajwiida Qur’aanaatu karaa laafaa fi hawwataa ta’een kennama. Namni Qur’aana tolchee dubbisuu barbaade koorsii kana fudhachuun haalaan isa fayyada. Koorsiin kun nama amma Tajwiida jalqabuuf laaffifamee bifa gabaabaadhaan kaayame.
Course Content
Tajwiida Karaa laafaa ta’een
-
Lesson 1
02:40 -
Of madaali
-
Lesson 2
18:39
Student Ratings & Reviews
No Review Yet
