Koorsii Tajwiidaa

Uncategorized
Wishlist Share

About Course

Assalaamu’aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuh!

Koorsii kana keessatti Tajwiida Qur’aanaatu karaa laafaa fi hawwataa ta’een kennama. Namni Qur’aana tolchee dubbisuu barbaade koorsii kana fudhachuun haalaan isa fayyada. Koorsiin kun nama amma Tajwiida jalqabuuf laaffifamee bifa gabaabaadhaan kaayame.

What Will You Learn?

  • ~Koorsii kana keessatti seeroota Qur'aana sirritti dubbisuuf si gargaaran bifa gabaabaan argatta.
  • ~ Ahkaama Nuun sukuunii fi Tanwiinaa
  • ~ Isti'aazaa fi akkaataa itti ja'amtu
  • ~ Ahkaama miim saakinaa
  • ~ Ahkaama "Laam" Al fi "Laam Al-Fi'il"
  • ~ Makhaarija huruufaa (idoolee harfiin irraa baatu)
  • ~ Sifaata huruufaa
  • ~ Maddiilee fi gosoota isii fi kanneen kana fakkaatan baratta!

Course Content

Tajwiida Karaa laafaa ta’een

  • Lesson 1
    02:40
  • Of madaali
  • Lesson 2
    18:39

Student Ratings & Reviews

No Review Yet
No Review Yet
Shopping Cart