Dhugaa boba’aa imala jireenyaa
Waan hunda keessatti nama dhugaa taatee yoo jiraatte, karaan gama kaayyoo teetii itti geessu siif laaffata. Jireenyi dhugaan keessaa bade nama jibbisiisa, gammachuutu keessaa baqata. Barbaachisummaan dhugaan jireenya keessatti qabu…