Nama salaanni subhii isatti ulfaateef
Muslima amma jiru yoo laalte waan Rabbiin (S.W) itti isaan ajaje hedduurraa fagaataniiti agarta. Akka fakkeenyaatti salaata subhii fudhannee yoo laalle irra hedduu muslima ammaa biratti bakka dhabee jira. Ammoo…