Yeroon umrii dardarummaa dura seenu kaniin hedduu mana hin dhufne, akkasuma manattis yeroon hin deebineen ture, akki kun ammoo ummaa tiyya hedduu dallansiisa…
Sababaan: guyyaa yeroon mana jiru irra hedduu rafeetin galgalaas yeroo ummaan tiyya rafte booda manatti deebi’a ja’a…
#ummaan tiyya haala kanarraa na dadhabnaan waraqaa barreysitee firija gubbatti naaf maxxansuu eegalte..waraqaan bakka nyaanni jiruu fi bakkaan waanin dhugu itti naaf qopheeysitu itti naaf himtee irraa fudhadhuudha…
#guyyaan ni deeme, yeroonis ni dheeratte osuma galgala hunda waraqaa naaf maxxansitee bakkaan haajaa tiyya irraa fudhadhu naaf himtuu…
#halkanirraa halkan tokko tureetin manatti deebi’e yeroon deebi’u akkumaan barettin waraqaa firija gubbatti maxxansaa arke.. waraqaa San dubbisuu hifadheetumaan firraa dhiisee gama hirriba kiyyaa rafutti seene…!!!
#ganama yeroon dammaqu dalayduu mana keenyaa ta boochu ta imimmaan ija isii guutee jiru ta na kaaftuun arke.
Yeroon hirribarraa dammaqu…
Ummaan tee duniyaa irraa deemteeti jirti naan jatte..!!
#hangam takkaan ummaa tiyyaa wajjiin addaan bahun na laaleeyse, na rifachiise.. hangaan isii awwaalutti niin obse.!!
Galgala yeroon manatti deebi”u qalbiin tiyya yaadaan guutamte ijji tiyya haala imimmaanin guutamteeniin dhufee siree tiyyarra ciise..!!
#osumaan ciisutti jiruutin waraqaa ummaa tiyyaa taniin hin dubbisin San yaadadhe rifadhee lafaa ol ka’ee…gama alawaadaa jarjareetin waraqaa firija gubbaa buqqaasee dubbisutti seene…!!!
#yaanni daranaati natti jabaate rakkoon natti cimte, waraqaan yeroo tana bakka nyaanni jiruu fi bakka dhugaatin jirturraa hin haasoytu.. waraqaa kessa akkanaatu barreyfamee jira…
” yaa ilma kiyya arraan tana qacollatti na dhukkuba yeroo mana dhufte na kaasiiti mana haakimaa na geeysi..!!” Jatti…
[\u0648 \u0642\u0636\u0649 \u0631\u0628\u064f\u0643\u064e \u0622\u0644\u0622 \u062a\u0639\u0628\u062f\u0648\u0627 \u0625\u0644\u0627 \u0625\u064a\u0627\u0647 \u0648 \u0628\u0627\u0644\u0648\u0627\u0644\u062f\u064a\u0646 \u0625\u062d\u0633\u0627\u0646\u0627]….
“Osoo booda hin sheenoyne haadhaa fi abbaa keenyatti tola haa oolluu..!!!!!!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
#tokkoon mucaa dardaraa akkana ja’a… Yeroon umrii dardarummaa dura seenu kaniin hedduu mana hin dhufne, akkasuma manattis yeroon hin deebineen ture, akki kun ammoo ummaa tiyya hedduu dallansiisa…Sababaan: guyyaa yeroon mana jiru irra hedduu rafeetin galgalaas yeroo ummaan tiyya rafte booda manatti deebi’a ja’a… #ummaan tiyya haala kanarraa na dadhabnaan waraqaa barreysitee firija gubbatti naaf […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-95","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/95","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=95"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/95\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=95"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=95"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=95"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}