{"id":94,"date":"2025-12-20T20:09:57","date_gmt":"2025-12-20T20:09:57","guid":{"rendered":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/abbaa-seeyfii-qara-lamaa\/"},"modified":"2025-12-20T20:09:57","modified_gmt":"2025-12-20T20:09:57","slug":"abbaa-seeyfii-qara-lamaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/abbaa-seeyfii-qara-lamaa\/","title":{"rendered":"Abbaa Seeyfii Qara Lamaa"},"content":{"rendered":"\n
Abbaa seefii Afaan lamaa~Aliyyii ibnu Abii xalib ( R.A ) jaalatamaa ummataa Muhammad ( S A W ) sodda rasula Rabbi
ilmaa adeeraa rasula rabbii ( s a w )  araa senaa Aliyyi walin lala turti garii

Muslimtoonni yeroo karaa Rabbi keessaatti qabsaahu
Ummataa tokkon lola ol aantummaa ummataa San keessatti barbaadufii mitii
Biyyaa ummataa tokko too’annoo ifii jala oolfatee gabromfatuufii mitii kherii ummanni tokko qabu saamuufii mitii na argaafii na dhagahaafi mitii
Yeroo namaan lolan sanis hannaan ykn dagachiisanii hin lolan ifattii labsanii lolan!
Waan Rabbiin guddaan Subaahanahu wata’alaa isaanirraa barbaadufi karaa rabbiin isaanirraa fedhufi jalaatu ( qofaa) kessaattii lolan

Senaa gabaabdu ajaa’iba tana akka armaan gadiitii ilaala~ Aliyyii ibnu Abii xaalib
Kun fakkiin isaa sodaan inni Rabbi isaatiif qabu nama namni iimaanni qalbii isaa guutee tokkoo mu’ujizaa akka Ambiyotaa dalaguu ni danda’aa jechuu namati agarsiisu tokko iimaanni kun waan hin dalagne hin qabu bar
Guyyaa tokko bakka dirre lolaatti
Muslimtootaafi kaafirtootaanni lolaaf walitti dhufanii osoo tuutni walitti jigee lalli cimaan hin jaqabin duraa namaa jabaa jettanii itti amantan tokko of keessaa filaa waliif as baasaa jedhan kaffaarri gama isaanitti jabaa itti abdatu ni bahee
Duba  Bu’insi isaan gamaaf gamanaa walitti fiigan leencaa hidhaa kutee waa qabachuuf fiigu Humni isaan ittin wallolan mormaa walirraa gatuuf jecha jabeenyi isaan ittiin waldura dhaabbatan hijaa wal bahuuf jecha SUBAHAAN ALLAAH
Namuu dhaabbatee isaanuma laala seyfiin tun akka qilleensa hawarraa shawwisu godhati osuma wal haadhani yeruma kana namtichi kaafira kun xiqqo takkaan of boodatii siqe jedhe gufate kufe yeroo inni kufe
Aliyyii kaafirticha adaw’ii rabbiifi rasulaa kana isaa  gorra’uuf jecha itti fiige hoggaa Aliyyii dhufee irraa dhaabbatee namtichi kun ” Ak” jedhee  Hancufa fuula Aliyyi keessatti ol tufe
Aliyyii duraan secondi takkaa malee isaa kuchisiise jiraa amma yero inni hancufa fuulaarratti tufe dhiisee of booda achii biraa siqe
Kaafirtichii kun lafaa ka’eetti aboo tabaafii mitii ka waliif baanee walajjeessuf deemna narraayyu aante amma maliif na dhiifte?? Mee jedheen Aliyyi ni jedheen dhugaa dha Duran si ajjeessufin ture~ rabbiif jechaa fuula rabbii  barbaadufin siin lolaa ture duraan Haa ta’uu ammaa ergaa tuu jette hancufaa fuularratti natufte Rabbiin arteeti namticha kun sirraatti tufuuf jecha isaa ajjeefte male anaaf jechaa mitii jedhee yoo nagaafate malittin beka tanan sodaadhee bar tanaafin si dhisee bar jedheen Aah\ud83d\ude2d\ud83d\ude2d\ud83d\ude2d\ud83d\ude2d\ud83d\ude2d
Mee maal yaaddan?
Namtichii kaafiraa Kun Rifateetuma osoo gamaaf gamanaa hin mil’atin Dhugumaan Muhammad kun namaa haqati nabiyyii rabbitti jedhe

( ” Ashahadu Allaa ilaaha illallah waa Ashahadu Anna Muhammadan abduhuu warasuuluh jedhe)  Allaahu Akubar

Subahaan Allah nama du’ee kutetu afaan qabriitti ka’ee milkaahe namaa  du’etuu ka’ee islamummaan shahaada argate yoo jedhan nama hin shakkisiisuu

Namni dalagaan sahabticha kana tun  si dinqisiifte namaf share godhurra maltuu si dangessa?
Namticha kafiraa kun silaa du’e hancufumalleen taatu fulaa isaarrattin tufeen xiqqeessaa jedhee yade
Aliyyi ibnu Abii xaalib ammoo lubbuu isaatiif hijaa bahurraa fedhii lubbuu isaatiif guutuurraa

Soda Rabbi isaatu qaamaa onnee isa guute<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
Abbaa seefii Afaan lamaa~Aliyyii ibnu Abii xalib ( R.A ) jaalatamaa ummataa Muhammad ( S A W ) sodda rasula Rabbiilmaa adeeraa rasula rabbii ( s a w )  araa senaa Aliyyi walin lala turti garii————————————Muslimtoonni yeroo karaa Rabbi keessaatti qabsaahu Ummataa tokkon lola ol aantummaa ummataa San keessatti barbaadufii mitiiBiyyaa ummataa tokko too’annoo ifii […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-94","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/94","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=94"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/94\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=94"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=94"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=94"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}