{"id":88,"date":"2025-12-16T19:03:26","date_gmt":"2025-12-16T19:03:26","guid":{"rendered":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/%e2%98%9e-wantoota-30-kan-sababa-gammachuu-ykn-milkii-siif-tau\/"},"modified":"2025-12-16T19:03:26","modified_gmt":"2025-12-16T19:03:26","slug":"%e2%98%9e-wantoota-30-kan-sababa-gammachuu-ykn-milkii-siif-tau","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/%e2%98%9e-wantoota-30-kan-sababa-gammachuu-ykn-milkii-siif-tau\/","title":{"rendered":"\u261e WANTOOTA 30 KAN SABABA GAMMACHUU YKN MILKII SIIF TA’U"},"content":{"rendered":"\n
1.waan Rabbi sii kanne xinxaalii galata galchi…
2.wanti dabre dabree san yaaduun yeroo tee ifirraa hin fixin..
3.guyyaan kee kanuma kana kessa waan gaarii hojjadhu…
4.waan fulduraa hanga dhufutti waa’ee isaa yaaduu dhiisi…
5.namni si komachuu hin dhiisuu,xiyyeffannaa hin kanniniif..
6.Galata namarraa hin eegin,waan hojjattu Rabbumaaf hojjadhu…
7.namatti tola ooli….
8.boqonnaa kee hojii keyriitin xumuri…
9.if tahii jiraadhu,nama biraa fakkachuun of hin rakkisin….
10.murtii Rabbii jaalalaan qeebali..
11.Rakkoo waliin ballootu jira jechuu beeki..
12.rakkoo sitti dhufte obsaan furmaatatti jijjiiri…..
13.hoggaa rakkatte kan si gargaaru Rabbi qofa tahuu beeki
14.dhimma namaa caalaa dhimmi kee si haa rakkisuu…
15.Waan Rabbiif jattee yoo dhiiste kan bakka siif buusu Rabbi tokkicha tahuu beeki…..
16.jiruun dhugaa jiruu iimaanaati(jiruu Rabbitti amantee ajaja isaa hordofuu)
17.waa itti fayyadamte haaluma gaariin itti fayyadami…ana booda namni itti hin fayyadamin jettee hin ballessin…
18.zikrii Rabbiitin qalbiin tasgabboyti….
19.waan Rabbiin namaaf kannerratti nama hin hassadin…
20.jiruu tana akkuma isiin sitti dhuftetti qeebali..
21.Namoota balaan itti buute laalii obsi…
22.salaata jabeessi,Dhamsa nabiyyii kan dhumaatii..
23.gahaan kiyya Rabbii,inni irkoo kiyya tahuun waa tolee ji’ii itti irkadhu…
24.dachii Rabbi kessa deemi barnoota irraa fudhu..
25.hoggaa rakkoon sitti buute obsa gaarii obsi,kan dirqamaan obsitu osoon tahin fadhiin obsi..
26.rakkoo waa hundaa ofirratti hin deebisin
27.wanti, xiqqoon kararraa si meysin kaayyoo tee qabadhuu socha’i..
28.waan Rabbi si qoode jaaladhu irra caalaa namaa taata…
29.lubbuu tee jannata ballinni isii samii fi dachii san yaadachiisi..keyrii irratti akka kakaatu taasisi…
30.jiruu tee hunda kessattu jiddu-galessaa tahi……
#dr_Aaid_Al_QARNII ..(RABBIIN GALATA ISAA JANNATAAN HAA DEEB’UUF)
RABBIIN NAMA MILKII DUNIYAA FI AAKHIRAA ARGATU NU HAA TAASISU…….<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
1.waan Rabbi sii kanne xinxaalii galata galchi…2.wanti dabre dabree san yaaduun yeroo tee ifirraa hin fixin..3.guyyaan kee kanuma kana kessa waan gaarii hojjadhu…4.waan fulduraa hanga dhufutti waa’ee isaa yaaduu dhiisi…5.namni si komachuu hin dhiisuu,xiyyeffannaa hin kanniniif..6.Galata namarraa hin eegin,waan hojjattu Rabbumaaf hojjadhu…7.namatti tola ooli….8.boqonnaa kee hojii keyriitin xumuri…9.if tahii jiraadhu,nama biraa fakkachuun of hin rakkisin….10.murtii […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-88","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/88","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=88"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/88\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=88"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=88"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=88"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}