{"id":74,"date":"2025-12-08T17:39:09","date_gmt":"2025-12-08T17:39:09","guid":{"rendered":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/%e2%96%ab%ef%b8%8fhubadhu%e2%96%ab%ef%b8%8f\/"},"modified":"2025-12-08T17:42:02","modified_gmt":"2025-12-08T17:42:02","slug":"%e2%96%ab%ef%b8%8fhubadhu%e2%96%ab%ef%b8%8f","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/%e2%96%ab%ef%b8%8fhubadhu%e2%96%ab%ef%b8%8f\/","title":{"rendered":"\u25ab\ufe0fHUBADHU\u25ab\ufe0f"},"content":{"rendered":"\n
\ud83d\udcccQalbiin Qulqulina Barbaaddi,Hedduun Namaa Qalbii Isaa Irratti Kan Hin  Xiyyeeffanne Qaama Isaa Irratti Kan Xiyyeeffatee Qulqulleessutu Jira.

\ud83d\udcccQalbii Duutuu Baatanii Qaama Qulqulleessuun Bu’aan Isaa Dadhabbiidha,Hedduu Namaattu Ifaajee Qofa Irratti Kan Hafan Jiru Jireenya Duniyaa Kana Keessatti Gaafa Qalbii Ofii Ergaran.

\ud83d\udcccQalbiin Bareennaan Ruuhiin Ni Bareeddi Ruuhiin Bareenni Gaafa Duniyaa Irraa Deemte Gara Samaawaataatti Ol Baati Khabaja Isiitirraa,Garuu Qaamni Dachii Irratti Hafa Biyyee Keessatti Awwaalama.

\ud83d\udcccAkkamitti Namni Sammuu Qabu Isa Dachii Keessatti Hafuuf Eddoo Kenna! Isa Gara Samaawaataa Gama Rabbiitti Ol Baahu Dhiiseeti?!

\ud83d\udcccYeroo Kee Hin Ergarin,Nama Bakka Hundatti Argamu Hin Ta’in Ati Tiisisaa Miti Nama,Nama Keessaa Immoo Muslimni Akka Kanniisaati Jedhan Nab Muhammad Sallallahu Aleeyhi Wossallam.

\ud83d\udcccQalbiin Raafama Qabdu Qaamni Isii Baatee Jiru Bakka Hundaa Mullata,Gosa Maraan Haala Bakka Sanii Dhaalee Kan Achii Mullatu Qaama San.

\ud83d\udcccQaamni Munaafiqaa Qalbii Isaatiin Wol Hin Fakkaatu,Wol Dhaba,Isa Yeroo Nama Gaarii Bira Gahu Gaarii Bareeda Fakkaatu,Isa Yoo Sheeyxaana Bira Gahes Nuti Isin Wojjiin Jirra Isin Deeggarra Jedhu,Yeroo Kaan Mu’umina Yeroo Kaan Mujrima Kun Haala Tokko Dhabuun Haala Munaafiqaati.

\ud83d\udcccDhiirri Dhiirummaa Ofii Gadi Lakkisee Dubartii Hin Fakkaatin Inni Filatamaadha,Dhiirummaan Haqiiqaa Yoo Iimaanni Bira Jiraate Isii San,Gahee Dubartii Dubartiif Inni Beeke Dhiise Qaroomee Jira,Isaanitti Fakkaachuun Diin Faallessuudha,Jaalala Nama Sammuu Qabuu Namaaf Hin Argamsiistu Dubartitti Fakkaachuun Dhiirri,Isa Dubartii Fakkaachuuf Yaalu Dubartoonni Dhiira Jedhanii  Abbaa Manaa Jedhanii Filatuu?! Akkamitti?

\ud83d\udcccDubartiin Dubartummaa Isii Beeytee Irra Jiraatte Haadhaa Fi Haadha Manaas Taatee Kan Mana Ofii Hoogganuu Danda’u Isiidha,Jireenya Bultiitiif Ilmaan Abbaa Manaatiif Filatamtuun Isiidha,Kanaafuu Dhiirri Aqlii Qabu Inni Iimaanaaf Ilmii Daandii Ittiin Ilaallatuun Rabbiin Isaaf Kenne Dubartii Dubartii Taatee Amala Dubartiitiin Jiraattu Fedha,Kan Dhiira Tahuuf Haala Dhiira Keessa Buutu,Akka Dhiiraa Of Taasistu Qullaa Baatee Fuuldura Hawaasaatti Suuraa Kaatu Suuraa Lakkistu Isa San Inni Sammuu Qabu Dhuguma Dubartii Jedhee Itti Amanee Haadha Manaa Hin Taasifatu,Dubartii Tahuun Isiituu Shakkamaadha,Haalli Dubartii Beekamaadha Waan Taheef.

\u25ab\ufe0fCARRAAN ISIIN QABDU SUN LAMA TAHUU DANDAHA\u25ab\ufe0f

1) Isa Nagaha Hin Qabne Halaalaa fi Haraama Gar Gar Baasee Hin Beekneen Bultii Ijaarachuudha,Isa Malliniif Haalli Isa Dhibe,Isa Rabbii Isaa Irraa Quba Hin Qabne.

2)Jireenya Namaan Wojjiin Jiraachuu Bultii Ijaarrattee Ilmaan Bareeda Guddisuu Irraa Garaa Kutachuu,Akkuma Lubbuun Koo Feetetti Jiraachuu Eenyuuyyuu Na Dirqamsiisuu Hin Dandahu Jechuu Yaaduu,Murteen Hammaatan Kun Jireenya Gadadoo Keessa Isii Akka Jiraattu Taasise,Daandiin Jalaa Badee Fuuldura Ija Hawaasaatti Kan Hafe Hedduudha,Abbaarsaa Rabbiitiif Malaa’ikaa Mu’umintootiin  Saaxalamaadha Inni Akkanaa Kun Yeroo Baayyee,Shamarrii Hedduun Yeroo Ammaa Murtee Fokkataa   Akkanaa Kana Kan Murteessanii Aduu Mataa Isii Bowwaasisu Keessatti Kan Hafan Hedduu dha Bakka Isaan Kuun Ijoollee Rahmata Rabbiin Isiif Kenne Wojjiin Gaaddisa Manaa Keessatti Abbaa Manaa Isii Wojjiin Qananiitu.

\u25ab\ufe0fRAHMAAN NAGIYA NU HAA BAASU, QALBII TEENYAAS TIKA OFII JALA RABBIIN OOLCHEE IIMAANA IRRATTI GAD NU HAA DHAABU \u25ab\ufe0f<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
\ud83d\udcccQalbiin Qulqulina Barbaaddi,Hedduun Namaa Qalbii Isaa Irratti Kan Hin  Xiyyeeffanne Qaama Isaa Irratti Kan Xiyyeeffatee Qulqulleessutu Jira. \ud83d\udcccQalbii Duutuu Baatanii Qaama Qulqulleessuun Bu’aan Isaa Dadhabbiidha,Hedduu Namaattu Ifaajee Qofa Irratti Kan Hafan Jiru Jireenya Duniyaa Kana Keessatti Gaafa Qalbii Ofii Ergaran. \ud83d\udcccQalbiin Bareennaan Ruuhiin Ni Bareeddi Ruuhiin Bareenni Gaafa Duniyaa Irraa Deemte Gara Samaawaataatti Ol Baati […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-74","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/74","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=74"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/74\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":75,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/74\/revisions\/75"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=74"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=74"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=74"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}