{"id":72,"date":"2025-12-06T18:10:12","date_gmt":"2025-12-06T18:10:12","guid":{"rendered":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/iyyesuus-isiraael-qofaaf\/"},"modified":"2025-12-06T18:10:12","modified_gmt":"2025-12-06T18:10:12","slug":"iyyesuus-isiraael-qofaaf","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/iyyesuus-isiraael-qofaaf\/","title":{"rendered":"IYYESUUS ISIRAA’EL QOFAAF"},"content":{"rendered":"\n
Kiristaanonni yeroo baay’ee isin Musilimtoonni Iyesuusiin ni jaalanna jettu garuu maaliif isa hin hordofneree nuun jedhu.

Nuti Musilimtoonni Iyesuus qofaa osoo hin taane nabiyyoota hundaa lubbuu keenya caala jaallanna garuu ittiin bulmaanni keenya barsiisa isaanitiinii miti. Sababni isaas nabiyyoota hundaa rabbiin biyya biyya isaaniitiin erge nabi Muhammadiin malee (saw)

Fknf Iyesuus afaan isaatiin maal jedhe jennee yoo ilaalle

\u201cBiyya lafaa keessa hamman jirutti, ani ifa biyya lafaa ti” isaaniin jedhe.\u201d
\u2014 Yoh. 9:5

Kanaafuu seerri isaa daangeffamaadha jechuudha. Ergamiinsi iyesuus fi seerri isaas hanguma inni lafa kana irra jiruudha.

Kanaaf rabbiin nabiyyii hordofnu nabiyyii goolaba nabiyyoota ta’e nabi Muhammad saw hordofna seera isaaf kennameen bulla kun ajaja rabbii keenyaati.

YESUUS ISIRAA’ELOOTA QOFAAF ERGAMEE KAN DHUFEEDHA.

\u271d\ufe0f”Si keessaa Kan moo’u tokko Saba koo ISIRAA’ELIN Kan bulchu ba’a. {w\/Maatiwoos 2:6}
\u2195\ufe0f Isiraa’elin Kan bulchu jedhe malee addunyaa Kan bulchu hin jenne\ud83d\ude4f

\u271d\ufe0f”Yesuus immoo Ani dhugumaan isinitti hima biyya lafaa ishee haaraatti ilmi nama ulfinna isaatiin teessoo irra yemmuu taa’u isin warri na duukaa buutan immoo teessota kudha lamaan irra teessanii gosa kudha lamaan keessatti firdii ni kennituu”. {W\/Maatiwoos 19:28}
\u2195\ufe0fWarri saba Isiraa’el gosa kudha lamaan Sana keessa hin jirre akkam ta’a.? Iyesuus addunyatti hin jenne Saba isiraa’eel gosa kudha lamaan qofa jedhe.

\u271d\ufe0f”Yesuus deebisee, inni hundumaa irra caalu dhaga’i yaa ISIRAA’EEL gooftichi waaqayyoo keenya kophaa isaa gooftaadha”.{w\/maarqoos 12:29}
\u2195\ufe0f Iyesuus dhagahi yaa addunyaa hin jenne dhagahi yaa isiraa’eel jedhe.

\u271d\ufe0f”Gabricha isaa ISIRAA’EELIIN gargaaruufis birmate”.{w\/Luuqas 1:54}
\u2195\ufe0fAddunyaa gargaaruuf osoo hin taane isiraa’eeloota gargaaruudhaf waaqayyoo iyesuusiin erge.

\u271d\ufe0f Waaqayyo geeddarannaa yaada garaatii fi dhiifamuu cubbuu ISIRAA’ELIIF kennuudhaaf abbooma fayyisaas godhee gara mirga isaatti ol Isa fuudheera”.{H\/ergamtoota 5:31}
\u2195\ufe0f Iyesuus wanni gara samitti ol fudhatameef cubbuun addunyaa akka dhiifamuuf osoo hin taane cubbuun isiraa’eeloota qofaati akka dhiifamuufidha.

\u271d\ufe0f”Akkuma abdachiisetti sanyii namicha kanaa keessaa (daawit) waaqayyoon Saba ISIRAA’ELIIF fayyisaa kaaseera; inni immoo yesuus”.{H\/ergamtoota 13:23}
\u2195\ufe0fYesuus addunyaadhaf fayyisaa ta’e Kan ka’e osoo hin taane waaqayyoon Saba isiraa’eeliif fayyisa godhee Kan kaaseedha.

\ud83d\ude4fWalii galatti Mee kana irratti #yesuus maal jedhe laata ni morme moo dhugaadha jedhe isiraa’eeloota qofaaf dhufu isaa kana?

\u271d\ufe0f”Ani warra akka hoolotaa kararra goranii Mana isiraa’eelii badan qofaaf\/duwwaaf malee hin ergamne” jedhe.{w\/Maatiwoos 15:24}

\ud83e\udd14Ani Kan jedhu warri saba Isiraa’el hin taane maaf dhama’uu osoo macaafni akkanatti itti himu Sana bira kutee yesuus afaan isaatiin isaanitti osoo himu.\ud83e\udd14sabni isiraa’eel sunuu Kan wayta nabi muhammad saw hin ergaminiin dura turaniidha. Erga nabi muhammad saw ergamee immoo ergaan iyesuus xumurameetin jira.

Dubbisuu dhabuufi hubachuu dhabutu akkanatti nama dhamaasa.

Kanaaf obbolewwan Koo Kan kiristaana kootta gara amantii isilaamatti gara amantii waaqayyoon moggaafate filateetti koottan kun yaamsa keenya Kan hawaasa musiliima hundaati.

Waaqayyoon qalbiifi ija keessa isiniif haa banu.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
Kiristaanonni yeroo baay’ee isin Musilimtoonni Iyesuusiin ni jaalanna jettu garuu maaliif isa hin hordofneree nuun jedhu. Nuti Musilimtoonni Iyesuus qofaa osoo hin taane nabiyyoota hundaa lubbuu keenya caala jaallanna garuu ittiin bulmaanni keenya barsiisa isaanitiinii miti. Sababni isaas nabiyyoota hundaa rabbiin biyya biyya isaaniitiin erge nabi Muhammadiin malee (saw) Fknf Iyesuus afaan isaatiin maal jedhe […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-72","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/72","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=72"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/72\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=72"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=72"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=72"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}