Namoonni Torban saniis akka Armaan Gadii kana \u2026.
1: Bulchaa Ykn Daanyaa Haqaan Nama Hogganu
2: Dargaggeessa Ibaadaa Rabbii Irratti Guddate
3: Nama Qalbiin isaa Masjiidatti Rarraatuu taate
4: Namoota lama kan Rabbumaaf Jecha wal jaalatee ammaas jaalaluma Rabbii sanirratti addaan bahe.
5: Gurbaa tokko kan dubartiin aangoo fii bareedina qabdu takka koottuu Badii natti dalagi jattee isa yaamtee, Ani Rabbiin sodaadha ja\u2019ee jalaa dide.
6: Nama tokko kan dhokeessee sadaqaa kennate hanga waan harki mirgaa isaa kennitu harki biraa isaa hin beeynetti.
7: Nama Yeroo kophaa isaa taa\u2019u Rabbi Yaadatee ijji isaa imimmaan Dhangalaastu.
\u2022 Mee Yaa obboleeyyan kiyya anaa fii isin hoo Warra Torban kana keessa ni jirra moo hin jirruu ammumarraa eegallee if haa gaafannuu.
\u2022 Oowwi Guyyaa qiyaamaa lallaafaa akka Addunyaa kana sitti hin fakkaatin, Guyyaa Qiyaamaa namni hundi hanguma Badii isaatiin oowwarraa kan kahe dafki isarraa yaa\u2019u isa ukkaamsuuf taa\u2019a.
\u2022 Kanaafuu Yaa obboleeyyan kiyya mee akka Guyyaa San Gaaddisa Arshii Rahmaan jala teenyuuf ammumaan wantoota asii olitti irraa dubbanne kanaa fii kan biraatiis hojjannee Guyyaa San haa gaaddiseeffannuu.
\u2022 Rabbiin Warra guyya San Gaaddisa isaa jala taa\u2019u Irraa Nu Haa Taasisuu.
\u2022 Obboleessa kiyya atiis obboleeytii tiyya barreeffama kan dubbisii kheeyrii tanarraa qooda furadhu akkasumas gorsi akkanaa akka isin dhaqqabuuf nu hordofaa.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
\u201cRasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam, Guyyaa Qiyaamaa Guyyaa Gaaddisa Rabbii malee Gaaddisni biraa hin jirre, Rabbiin nama torba Gaaddisa isaa jala kaayaa Ja\u2019e\u201d Hadiisa Kana Bukhaarii fii Muslimtu Gabaase Namoonni Torban saniis akka Armaan Gadii kana \u2026. 1: Bulchaa Ykn Daanyaa Haqaan Nama Hogganu2: Dargaggeessa Ibaadaa Rabbii Irratti Guddate3: Nama Qalbiin isaa Masjiidatti Rarraatuu taate4: […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-60","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/60","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=60"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/60\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=60"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=60"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=60"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}