Suuraa Ash-Shuuraa (42), keeyyata 51 keessatti ibsameera:
“Namni tokkollee kan Rabbiin isa dubbisu hin taane wahyii (beeksisa) qofaan yookiin dahoo duubaan yookiin Ergamaa (Malaa’ikaa) ergee, hayyama Isaatiin waan fedhe wahyii godhee beeksisuu malee, inni ol ta’aa ogeessa. “
Rabbii karaalee sadihiin ilama namaatti dubbata akkuma keeyyata qur’aanaa asii olii kana irratti agartan.
1,wahyii qoma isaatti darbuun Rabbiin dubbii isaa itti beeksisa.
2,dahoo duubaan: kallattiidhaa osoo of hin mul’isin nama sanitti dubbachuun fknf Akka Nabi Muusaa [As] kallattiin wojjiin dubbachuun.(Suuraa An-Nisaa, 4:164)
3,ergamaa Jibriil erguun akka nabi Muhammad [saw] fi nabiyyoota isa dura darbanii
Kataalee sadan kanaan ilma namaatti dubbata.
Allaahin Bakka argettii fi akka fedhetti isa dubbatuu miti Akka itti dubbatu beeka, bakka itti dubbatu beeka, nama itti dubbatus beeka.
Har’as dubbiin isaa alhamdulillaah qur’aanni biyya lafaa kana irra jira kan haalata hundaa keessatti si dubbisu.
fakkeenyaaf:
Namaa hundaatti dubbachuu (Yaa Ayyuhan Naas \u2013 Yaa namootaa!)
Mu’uminootaatti dubbachuu (Yaa Ayyuhallazina Aamanuu \u2013 Yaa warra amantan!)
Kaafirootatti dubbachuu (Yaa Ayyuhallazina Kafaruu!)
Ergamaa isaaatti dubbachuu (Yaa Ayyuhar Rasuul \u2013 Yaa Ergamaa!)
Nama sadaffaan of dubbachuu (Allah jedhe… ykn Nu jennee…)
Qur’aanni Dubbii Isaa Ta’uu:isaa: “Yoo tokko mushrikootaa si kadhate, Dubbii Rabbii hanga dhagahuutti jireenya isaaf kenni.” (Suuraa At-Tawbaa, 9:6)
Har’a kiristaanonni Waaqayyo natti dubbate jedhanii kan shuubbisan hoo yoo jenne wlh dubbii Kijibaati.
Iyesuus akkana jedhe
\u201cInni ana erge ofii isaatii anaaf dhugaa ba’eera; \ud83d\udc49\ud83c\udffcisin utuu inni dubbatuu sagalee isaa takkaa hin dhageenye, bifa isaas argitanii hin beektan.\u201d
\u2014 Yoh. 5:37
Dhugaan jirtu tana kan hafes gana!!!
Itti fuufa barumsi…<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
EEYYAN!: Rabbiin Qur\u2019aana isaa keessatti Akkaataa itti dubbatuun ifa godhee lafa nuuf kaahee jira. Suuraa Ash-Shuuraa (42), keeyyata 51 keessatti ibsameera: “Namni tokkollee kan Rabbiin isa dubbisu hin taane wahyii (beeksisa) qofaan yookiin dahoo duubaan yookiin Ergamaa (Malaa’ikaa) ergee, hayyama Isaatiin waan fedhe wahyii godhee beeksisuu malee, inni ol ta’aa ogeessa. “ Rabbii karaalee sadihiin […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-48","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/48","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=48"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/48\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=48"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=48"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=48"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}