{"id":40,"date":"2025-11-17T18:07:19","date_gmt":"2025-11-17T18:07:19","guid":{"rendered":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/haraam-irraa-ija-gaqqabachuu-2\/"},"modified":"2025-11-17T18:07:19","modified_gmt":"2025-11-17T18:07:19","slug":"haraam-irraa-ija-gaqqabachuu-2","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/haraam-irraa-ija-gaqqabachuu-2\/","title":{"rendered":"Haraam irraa ija gaqqabachuu"},"content":{"rendered":"\n
\u2022 Wanni ilmi namaa waa itti fudhatuun informeeshina ala jiru tuttuqaan ta’uu mala wanni kun waan akkanaatii je’ee ni beekha. namni ijaani khaan kan lammaffaa. kan sadaffaa gurraan dhagahuun informeeshina fudhata. namni ammoo khana hunda keessaa kan foddaan isaa qalbii wajjin qaxxixaa wali banaa ijaa ja’an. wanni ijaan laalte akkasumatti qalbii teetirra sii teessi footoon isii viidiyoo ta’uus sochiin wanni ati agarte tun akkasuma waraabamtee qalbiirraa sii teessi. xiqqo booda teessee yoo yaaddeehuu waan san hunda tartiibaan agarta akka nama kaameeraa viidiyoon waraabee. ijji adagaan isii badduudha obboleeyyan islaamaa. ijji dubbiin isii badduudha.

\u2022 Maal je’e RASUUL a.s.w sahaatichi tokko itti dhufe gaafate ERGAMAA RABBII yaa ERGAMAA RABBII maal naan jattaa je’een

\u0627\u0644\u0646\u0630\u0631 \u0627\u0644\u0641\u062c\u0627\u0647
laalicha dagaggamaa tirraa maal naan jettaa je’een karaa osoo deemu jiruu fakkeenyaaf akkumaan akkana je’etti dubartii takkarra yoon dhaqe, akkumaan akkana je’etti waan haraamiirra yoon dhaqe akkam naan jattaa jennaan

\u0642\u0627\u0644 \u0644\u0647 \u0627\u0635\u0631\u0641 \u0628\u0635\u0631\u0643
Ija tee gaqqabii je’een RASUUL a.s.w itti dhaabdee hin laalinii tara duraa dingataan irra dheeyxee san sittin katabamtuu je’een. achi booda ammoo ta ati laalte ta ati mirga kheetiin laalte san ammoo siif katabamti hulii daqiiqaa hanga laaltu wajji siif katabamti guyyaa boruu ammoo RABBIN s.w maal ja’a

\u0627\u0646 \u0627\u0644\u0633\u0645\u0627\u0621 \u0648\u0627\u0644\u0628\u0635\u0631 \u0648\u0627\u0644\u0641\u0624\u0627\u062f \u0643\u0644 \u0627\u0648\u0644\u0626\u0643 \u0643\u0627\u0646 \u0639\u0646\u0647 \u0645\u0633\u0624\u0648\u0644\u0627
Ijji namaa ta wahiin arra laalu tun, gurri namaa ka namni arra wahiin dhaggeeffatu waan adaba qabuu fi waan adaba hin qabne hunda itti dhaggeeffatu, ijji namaa kan waan nama qaanfachiisuu fi waan gaarii itti laalu kitaaba rabbi haa laalu namni. guyyaa boru

\u0643\u0644 \u0627\u0648\u0644\u0626\u0643 \u0643\u0627\u0646 \u0639\u0646\u0647 \u0645\u0633\u0624\u0648\u0644\u0627 \u0648\u0627\u0644\u0641\u0624\u0627\u062f
Onneelleen qalbiilleen wanni ati kheessa yaaddu ilma namaatiif ilaalchi ati qabdu hamtuun ati kheessa yaaddu fi gaariin ati yaadduus hunda RABBI s.w guyyaa boruu takka takkatti irraa nama gaafataa je’e RABBI s.w kanaaf obboleeyyan islaamaa ija teenyaan waan laallu irraa if eeguu nurraa eeggama.

\u2022 Namni har’aan tana dubartii karaa haraamiin hawwu dura ija isaatiin laaleeti kha waan san hawwu. dubartiilleen akkasuma. namni har’a qabeenya haraam hawwu, kan qabeenya namaa saamulleen, dura ija isaatirraa khaati wanni hundi. mana namaa bareedaa laala, qabeenya namaa bareedaa laala, makiinaa namni ittiin deemu laala. uffata namni uffatu laala, anoo maalifiin akkana hin taane waan ja’uun khe’ee haraami seena duboo obboleeyyan islaamaa

\u2022 \u0643\u0644 \u0627\u0644\u062d\u0648\u0627\u062f\u062b \u0645\u0628\u062f\u0627\u0647\u0627 \u0645\u0646 \u0627\u0644\u0646\u0638\u0631 \u0648\u0645\u0639\u0638\u0645 \u0627\u0644\u0646\u0627\u0631 \u0645\u0646 \u0645\u0633\u062a\u0635\u063a\u0631 \u0634\u0631\u0627\u0631 \u0643\u0645 \u0646\u0638\u0631\u0647 \u0641\u062a\u0643\u062a \u0642\u0644\u0628 \u0635\u0627\u062d\u0628\u0647\u0627 \u0641\u062a\u0643\u0647 \u0627\u0644\u0633\u0647\u0627\u0645 \u0628\u0644\u0627 \u0642\u0648\u0633 \u0648\u0644\u0627 \u0648\u062a\u0631\u0649
Obboleeyyan islaamaa shaa’ireen akkana ja’a duboo, walaleessaan islaamaa akkana ja’a wannummaan hundinuu jalqabni bakki isiin irraa khaatu ijarraahi ija tana. meeqaatu gabricha isii gaddaafee halaakhee ja’a. gooboo xiyya hin qabneen malee onneessaa ka seente dhukkubni, summiin ilma namaa hedduu jira je’e duboo obboleeyyan islaamaa sababa ijasaa gadhiisuutiin.

\u2022 Rabbiin maal ja’a s.w

\u0648\u0644\u0627 \u062a\u0645\u062f\u0646 \u0639\u064a\u0646\u064a\u0643 \u0627\u0644\u0649 \u0645\u0627 \u0645\u062a\u0639\u0646\u0627 \u0628\u0647 \u0627\u0632\u0648\u0627\u062c\u0627 \u0645\u0646\u0647\u0645 \u0632\u0647\u0631\u0647 \u0627\u0644\u062d\u064a\u0627\u0647 \u0627\u0644\u062f\u0646\u064a\u0627 \u0644\u0646\u0641\u0633\u0646\u0647\u0645 \u0641\u064a\u0647
Warra qabeenya itti bal’isne, ummata kaafiraa kha jiruu itti tolchine, ummata kaafiraa kan madraka irraa fooriyyu, ummata kaafiraa kha huccuu bareedduu uffatee deemu, kha fedhe haa tahuu, khan nyaata bareedaa nyaatu, makiinaa bareedduun deemu ija tee gadhiistee hin laalinii je’e. li’annahuu ija tee gadhiistee yoo laalte jireenya inni kheessa jiru sani gatiin isaa si kheessa dhufa obboleeyyan islaamaa. jireenya isaa bareedaa ta’uu si mul’ata kha inni jireenya fokkotaa keessa jiru. kanaaf ija tee itti gadhiistee hin laalin RABBIIN wanni nuti san gooneef

\u0644\u0646\u0641\u062a\u0646\u0647\u0645 \u0641\u064a\u0647
San keessatti isaan mokkoruudhaafi malee waan bareedina keessa jiran hin sehinii ja’a RABBIIN s.w hattaa qabeenya namaatillee ija itti dhaabnee laaluu, ija gadiitiin laaluu RABBIIN nu dhoorke jechu obboleeyyan islaamaa. kun hundinuu waan ta’eef qaba duboo. Khasaaraa guddoo qabdi ijji gama kaaniin wanni ati laalte san miidhamuu keessa jira gama kaaniin ammoo hawwiin waan sanii si keessa dhufuu keessa jira. ijalleen hoggaa waan bareedduun isinitti dhuftee laaltanillee masha allah la quwwata illaa billaa allaahumma baarik lahuu fii akkana ja’aa je’e RASUUL a.s.w.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
\u2022 Wanni ilmi namaa waa itti fudhatuun informeeshina ala jiru tuttuqaan ta’uu mala wanni kun waan akkanaatii je’ee ni beekha. namni ijaani khaan kan lammaffaa. kan sadaffaa gurraan dhagahuun informeeshina fudhata. namni ammoo khana hunda keessaa kan foddaan isaa qalbii wajjin qaxxixaa wali banaa ijaa ja’an. wanni ijaan laalte akkasumatti qalbii teetirra sii teessi footoon […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-40","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/40","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=40"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/40\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=40"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=40"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=40"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}