Deebii 71: Umrii Sagal (9)
Gaaffii 72: Jaartin Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Sowdaan binti Zam\u2019aa amata meeqatti duute?
Deebii 72: Amata shantami afuritti (54), baati shawwaal, yeroo mootummaa Mu\u2019aawiyaa keessa.
Gaaffii 73: Janaazaa Hafsaa jaartii Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) irratti imaama ta\u2019ee kan salaachise eenyu?
Deebii 73: Bulchaa Madiinaa, Marwaan binu Hakam.
Gaaffii 74: Intalti [Ilmoon] Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) tan osoo hin dahin ykn hin dhalin duute eenyu?
Deebii 74: Ummu Kulsum.
Gaaffii 75: Umriin haadha mu\u2018umintootaa, Hafsaa intala Umar yeroo duutu meeqa?
Deebii 75: Umrii jahaatam (60)
Gaaffii 76: Gaafa lola Badrii Hamzaan Adeerri Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) seeyfii meeqaan lole?
Deebii 76: Seeyfii lamaan lole.
Gaaffii 77: Jaartiin Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Ibraahim malee ilmaan hunda tan deesse eenyu?
Deebii 77: Khadiijaa binti Khuweeylid.
Gaaffii 78: Hijraa dura maqaan Madiinaa maal turte?
Deebii 78: Yasribaa.
Gaaffii 79: Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) eega Madiinaa dhaqee hijraa meeqatti hajje?
Deebii 79: Hijraa kurnaffaatti (10), Isiinis Hajjatul wadaa\u2019i ja’amti.
Gaaffii 80: Dubartoota keessaa lammaffaarratti tan islaamoyte eenyu?
Deebii 80: Ummul Fadli (Jaarti Abbaas ilma Abdulmuxxalib) tan taate.
Gaaffii 81: Namni Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) iccitii itti dhoyfatu eenyu?
Deebii 81: Huzeeyfaa ibnu Yaman.
Gaaffii 82: Intalti Zeynabaan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) deesse kan Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) yeroo salaatu baadhatan eenyu?
Deebii 82: Umaamaa binti Abul Aasii ilma Rabii\u2019i.
Gaaffii 83: Amata meeqa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) dhoysaan Nama Karaa Rabbii irratti yaamaa ture?
Deebii 83: Amata sadi (3)
Gaaffii 84: Manni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Madiina keessatti mana meeqa?
Deebii 84: Mana sagal (9)
Gaaffii 85: Gaafa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) lubbuun jiru Masjiida meeqaatu Madiinaa keessa jira?
Deebii 85: Masjiida isaa wajjin kudhani (10)
Gaaffii 86: Adaadaan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Safiyyaan intalti Abdulmuxxalib eessatti awwalamte?
Deebii 86: Madiina bakka Baqi\u2019i ja’amtutti.
Gaaffii 87: Waardiyyaan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) eenyu fa\u2019a, Hanga gaafa Rabbiin (Sallallaahu aleyhi wa sallam) anaatu si eega je’eenitti?
Deebii 87: 1. Sa\u2019aad ilma Mu\u2019aaz.
2. Muhaammad ilma Maslama.
3. Zubeeyri ilma Awwaam.
4. Ubbaad ilma Bishri.
5. Abi Ayyuubil\u2019 Ansaari.
6. Zakwaan ilma Abdallahi.
7. Sa\u2019aad ilma Abi waqqaas
Gaaffii 88: Gaafa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Samii olbahe maal yaabbatee samii ol behe?
Deebii 88: Buraaq.
Gaaffii 89: Bara Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Lubbuun jiru keessa hangafa munaafiqaa kan ta\u2019e eenyu?
Deebii 89: Abdallah ibnu ubeyyi ibnu Saluul.
Gaaffii 90: Guddiftuun Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Ummu Eeyman yoom duute?
Deebii 90: Eega Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) du\u2019e booda baatii Shan (5) turtee duute.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
Gaaffii 71: Umriin Aa\u2019ishaa gaafa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) fuudhu meeqa? Deebii 71: Umrii Sagal (9) Gaaffii 72: Jaartin Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Sowdaan binti Zam\u2019aa amata meeqatti duute? Deebii 72: Amata shantami afuritti (54), baati shawwaal, yeroo mootummaa Mu\u2019aawiyaa keessa. Gaaffii 73: Janaazaa Hafsaa jaartii Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) irratti imaama […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-36","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/36","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=36"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/36\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=36"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=36"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=36"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}