{"id":34,"date":"2025-11-04T20:27:52","date_gmt":"2025-11-04T20:27:52","guid":{"rendered":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/barnoota-gaaffii-fi-deebii-2\/"},"modified":"2025-11-04T20:27:52","modified_gmt":"2025-11-04T20:27:52","slug":"barnoota-gaaffii-fi-deebii-2","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/barnoota-gaaffii-fi-deebii-2\/","title":{"rendered":"Barnoota Gaaffii Fi Deebii"},"content":{"rendered":"\n
Gaaffii 41: Lolli cubbuu ykn lolli [harbul fijaar] yeroo meeqa argame?

Deebii 41: Afuri; Isaanis
1ffaa- Jidduu gosa kinaana fi Hawaazinaatti kan argame.
2ffaa- Jidduu gosa Qureeyshi fi Kinanatti.
3ffaa- Jidduu kinaana fi Banii Nasrii ilma Mu\u2019awiyattitti akkasuma
4ffaa- Jidduu Qureeyshi, Kinaana fi Hawaazinatti kan argameedha.<\/p>\n\n\n\n
Gaaffii 42: Lola harbul fijaar kana irratti gaheen Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) maali?

Deebii 42: Xiyya Adeerota isaatif Qopheessu ture. <\/p>\n\n\n\n
Gaaffii 43: Maqaan kabajaa Zeeynabaa intala jaahshi eenyu?

Deebii 43: Ummu Hakiim. <\/p>\n\n\n\n
Gaaffii 44: Duulli Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) baatii Ramadaanaa keessa duulan meeqa?

Deebii 44: Lama (2) isaanis lola Badrii fi Fatihii Makkaati. <\/p>\n\n\n\n
Gaaffii 45: Barri Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) dhalatan maalif Bara Arbaa ja’ame?

Deebii 45: Bara Abrahaan Arba yaabbatee ka\u2019abaa diiguf dhufe, Rassuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) waan dhalataniif.<\/p>\n\n\n\n
Gaaffii 46: Hasan ilmi Aliyyii hijraa meeqatti dhalate?

Deebii 46: Baatii sha\u2019abaanaa hijraa afraffaa keessa dhalate.<\/p>\n\n\n\n
Gaaffii 47: Zeeynabaa binti jahshii Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) hijraa meeqatti fuudhe?

Deebii 47: Hijraa Shanaffatti (5)<\/p>\n\n\n\n
Gaaffii 48: Osoo Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) hin fuudhiniin dura dalagaan Kadiijaa maal ture?

Deebii 48: Daldaltuu turte.<\/p>\n\n\n\n
Gaaffii 49: Aa\u2019ishaan bara mootummaa enyuu duute?

Deebii 49: Bara mootummaa Mu\u2019aawiyaati.<\/p>\n\n\n\n
Gaaffii 50: Abuulahab gabrittii isaa Suweybaa maalif bilisoomse?

Deebii 50: Waan isiin dhalachuu Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) itti himtee gammachifteef jecha.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
Gaaffii 41: Lolli cubbuu ykn lolli [harbul fijaar] yeroo meeqa argame? Deebii 41: Afuri; Isaanis1ffaa- Jidduu gosa kinaana fi Hawaazinaatti kan argame.2ffaa- Jidduu gosa Qureeyshi fi Kinanatti.3ffaa- Jidduu kinaana fi Banii Nasrii ilma Mu\u2019awiyattitti akkasuma4ffaa- Jidduu Qureeyshi, Kinaana fi Hawaazinatti kan argameedha. Gaaffii 42: Lola harbul fijaar kana irratti gaheen Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-34","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/34","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=34"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/34\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=34"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=34"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=34"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}