{"id":138,"date":"2026-03-26T22:05:26","date_gmt":"2026-03-26T22:05:26","guid":{"rendered":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/haqaa-haadhaa\/"},"modified":"2026-03-26T22:05:26","modified_gmt":"2026-03-26T22:05:26","slug":"haqaa-haadhaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/haqaa-haadhaa\/","title":{"rendered":"Haqaa Haadhaa."},"content":{"rendered":"\n
Bara Nabi Muhammad S.A.W Keessa Sahaabaa Beekamaa Tokko ‘tu Ture
Sahaabota Hunda Isaanii Caaluun Heddumminaan Namni Hadiisa Rasuulaa Odeesse Isa Ture
<\/p>\n\n\n\n
1. Maqaan Inni Ittiin Beekamu Abu Hureyra Dha Abu Hureyra ‘n Yeroo Amantii Islaamaa Qeebalan Ilmaanis Haadha Manaas Hin Qabu Ture Kan Inni Jiraatu Haadha Isaa Waliini Garuu Haati Isaa Kun Hordoftuu Amantii Islaamaa Hin Turre Kanaaf Abu Hureyra ‘n Akka Haati Isaa Kun Amantii Islaamaa Fudhattee Addunyaa Fi Aakhiraatti Milkooftuuf Hundaa Ol Yeroo Mara Du’aa’ii Godhaafii Ture Kana Malees Yeroo Mara Dhugummaa Islaamaa Haadha Isaa Kanaatti Lallabaa Ture Maal Godha Garuu Haati Isaa Kun Amantii Islaamaa Fudhachuuf Eeyyamamtuu Hin\u00a0Turre
Guyyaa Tokko Abu Hureyra ‘n Cina Haadha Isaati Taa\u2019ee Tokkichummaa ALLAH Fi Ergamummaa Nabi MUHAMMAD (saw) Akka Amantee Islaamummaa Fudhattu Gaafate Haati Isaa Garuu Diddaa Ishii Agarsiisuun Dabalataanis Nabi Muhammad ‘n Arrabsite
<\/p>\n\n\n\n
Abu Hureyra ‘n Dubbii Haadha Isaatti Dallanuun Boo\u2019aa Gara Mana Nabi Muhammad\u00a0Deeme Nabi Muhammad S.A.W Abu Hureyra Argee “Maaliif Boossa?” Jedhee Gaafate Abu Hureyra ‘nis “Gara Amantii Islaamaa ‘tti Waamichan Haadha Kiyyaaf Godhe Guyyaa Tokko Illee Addaan Kutee Hin Beeku Garuu Haati Kiyya Yeroo Mara Diddaa Fi Jibbaa Malee Tole Naaf Jettee Hin Beektu
<\/p>\n\n\n\n
Har\u2019as Akkuman Bardhe Taasifadhe ALLAH ‘n Tokkicha MUHAMMAD Ergamaa Allah ‘ti Jedhii Muslima Ta\u2019i Jedhee Yeroon Waamu Na Harkaa Qeebaluu Didde Daangaa Dabartee Jecha Isiniif Hin Malle Yeroo Isheen Jettu Dallansuun Niin Boo\u2019e Kanaaf Yaa Ergamaa Rabbii Maaloo! Haati Kiyya Muslima Akka Taatu Du\u2019aa\u2019ii Naaf Godhaa” Jedhee Boo\u2019icha Isaa\u00a0Xumure
<\/p>\n\n\n\n
Rasuullis Haati Abu Hureyra Akka Muslima Taatu Du’aa’ii Godhaniif Abu Hureyra ‘nis Gara Mana Haadha Isaatti Qajeele Balbala Banatee Yeroo Seenu Haati Isaa “ALLAH Malee Gooftaan Haqaan Gabbaramu Akka Hin Jirree Fi MUHAMMAD (SAW) Ergamaa Fi Garbicha Allah Akka Ta’an” Ragaa Ba’uun Gara Amantii Islaamaa Akka Seenan Ilma Isaanii Abu Hureyra ‘f Yeroo Ibsan Abu Hureyra ‘n Gammachuu Daangaa Darbe Gammaduun Oduu Simbirtuu Kana Jaalallee Isaa Nabi Muhammad ‘f Qooduuf Gara Mana Nabi Muhammad ‘tti Saffisaan Deebi’e “Yaa Ergamaa Rabbii Oduu Dansaa Tokko Qabadheen Dhufe Rabbiin Dhugaatti Kadhaannaa Keessan Isinirraa Qeebalee Jira Haati Abu Hureyra Karaa Islaamummaa Filattee Jirti” Jechuun Immimmaan Gammachuu Isaa Dhangalaase
#MaashaaAllah
<\/p>\n\n\n\n
\ud83d\udc4c Akka Seenaa Kana Irraa Hubannetti Abu Hureyra ‘n Haqa Haadha Isaa Guutuuf Osoo Hin Ifatin Halkaniif Guyyaa Qabsaa\u2019e
Qabsoo Isaa Kanas Rabbi Bilaash Hin Balleessine Haati Kabajamtuun Kun Akka Isheen Addunyaaf Aakhiraatti Hin Kasaarre Bilisa Baasee\u00a0Jira. <\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
Bara Nabi Muhammad S.A.W Keessa Sahaabaa Beekamaa Tokko ‘tu TureSahaabota Hunda Isaanii Caaluun Heddumminaan Namni Hadiisa Rasuulaa Odeesse Isa Ture 1. Maqaan Inni Ittiin Beekamu Abu Hureyra Dha Abu Hureyra ‘n Yeroo Amantii Islaamaa Qeebalan Ilmaanis Haadha Manaas Hin Qabu Ture Kan Inni Jiraatu Haadha Isaa Waliini Garuu Haati Isaa Kun Hordoftuu Amantii Islaamaa Hin […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-138","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/138","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=138"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/138\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=138"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=138"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=138"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}