{"id":136,"date":"2026-03-24T21:43:03","date_gmt":"2026-03-24T21:43:03","guid":{"rendered":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/halkan-tokko-sulxaan-suleeymaan-al-qaanuniin-rifateeti-hirribarra-dammaqe-sababaa-manaama-hamaa-arkeef-jecha\/"},"modified":"2026-03-24T21:43:03","modified_gmt":"2026-03-24T21:43:03","slug":"halkan-tokko-sulxaan-suleeymaan-al-qaanuniin-rifateeti-hirribarra-dammaqe-sababaa-manaama-hamaa-arkeef-jecha","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/halkan-tokko-sulxaan-suleeymaan-al-qaanuniin-rifateeti-hirribarra-dammaqe-sababaa-manaama-hamaa-arkeef-jecha\/","title":{"rendered":"Halkan tokko sulxaan  suleeymaan al qaanuniin rifateeti hirribarra dammaqe sababaa manaama hamaa arkeef jecha…"},"content":{"rendered":"\n
Waraana isaa kan akkaan isatti dhihaatu yaameti.. farda nuuf qopheeysi ja”en… akka namni nun beeyne taaneeti magaala keessa yaanaa ja”en…<\/p>\n\n\n\n
isaa fi waraanni isaatis haala namni isaan hin beeyneen magaalaa keessa deemutti seenan.. Osoo deemutti jiranii janaazaa takka tan karaa istaanbuul keessatti darbamte teeysurra dhufan.. ta nama isii fuudhu hin qabne.<\/p>\n\n\n\n
Sulxaanni : janaazaan tun tan eenyuuti ja”eti ummata gaafate.!! Gurbaa zinaa godhu kan farshoo dhugu ja”aniin ilmaanii fi warraas hin qabu jaartii takka malee nama isa awwalu hin qabu ja”aniin ummanni…
Sulxaanni : inni ummata muhammadi (saw) hin taanee ja”eti lallabe booye..!!!!!!!!!<\/p>\n\n\n\n
waraana isaa yaameeti janaazaa tana baadhachutti na gargaaraa ja”eni gara jaartii isaa baadhatanii mana geeysan..
Yeroo ol seensisan jaartiin isaa hedduu booche.!!!<\/p>\n\n\n\n
#mootichi ajaa”ibeeti : maalif boocha inni nama farshoo dhuguu fi zinaa dalagu ka tahe. Jiru ja”en. Jaartiin isaa akka mootii tahe isan beeytu…<\/p>\n\n\n\n
Jaartiin : eenyutu akkana ja”a jatteen ,jaarsi kiyya nama akkaan rabbi gabbaru fi nama duniyaa irraa dantaa hin qabneedha jatteen.. Jaarsi kiyya farshoo bitee fideeti sagaratti gad naqee.. Alhamdulillaah dardara islaamaatirraa badii laaffise ja”a.
Dhalaa zinaa dalaydu mana fideeti mallaqa kanneefi deemi mana keetitti deebi”i ja”an…
Eegana alhamdulillaah dardara islaamaatirraa badii laaffise ja”a..!!<\/p>\n\n\n\n
Kaniin isaan ja”un tahe : namni dalagaa irratti nama laala Yoo duute nama si dhiqe si awwaalu hin arkattuun ja”an.!! Kofleeti.. suleeymaan al qaanuni Fi ulamaa”oota islaama gurguddaatu narratti salaata naan ja”a jatten jaartiin isaa.!!<\/p>\n\n\n\n
sulxaanni\u00a0 booyeeti Wallaahi kunoo suleeymaan al qaanuunin ana ,cufa muslima wali qabeetin isa dhiqee kafanee akka isa awwaalan godha ja”en..!!<\/p>\n\n\n\n
sulxaanni waraana isaati fi ulamaa”in hundinuu akka irratti salaattu ajajee.. akkasuma qabrii mootonnii islaama kessatti awwaalamanitti akka awwalamu ajaja dabarse..!!<\/p>\n\n\n\n
ajaja mootichaa namuu godhaniiti irratti salaatan.. Seenaa kessatti janaazaa namni hedduun irratti salaatan taate…<\/p>\n\n\n\n
Gorsa seenaatirraa:
Nama gubbaa laaltee hin jibbin ykn hin jaalatin. <\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
Waraana isaa kan akkaan isatti dhihaatu yaameti.. farda nuuf qopheeysi ja”en… akka namni nun beeyne taaneeti magaala keessa yaanaa ja”en… isaa fi waraanni isaatis haala namni isaan hin beeyneen magaalaa keessa deemutti seenan.. Osoo deemutti jiranii janaazaa takka tan karaa istaanbuul keessatti darbamte teeysurra dhufan.. ta nama isii fuudhu hin qabne. Sulxaanni : janaazaan tun […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-136","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/136","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=136"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/136\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=136"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=136"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=136"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}