Ummaa tee wanniin fuudhe irraa si dhaleef akka joollee wajjiin tapattuufi miti ..!!
Wanniin ummaa tee fuudhee irraa si dhaleef akka masjidul aqsaa bilisoomsituufi ja”en…!!
Jecha kana eega Ja’een booda abbaan isaa nama dheera ture , lafatti darbe harka saarraa..
Abbaan gara ilma saa lafatti laaleti laalaa fuula saa kessatti arketi isaan ja”e :
siin laaleyse..??
{Salahaddin} : ee na laaleysite ja”en…
Abbaan : isaa maalif hin boohin ja”en..?
Salahaddin nama masjidul aqsaa bilisoomsurraa  boohun hin fakkaattu  ja”en….!!!
# salahaddinal ayyubin guyyaa tokkoo isaa waraana saati wajjiin  tatta”u jiru gurbaan tokko walaloo nama kofalchiiftu takka walaleeyse..!!
Waraanni isaa Hundi ni koflan salahaddin malee ..!!
Maalif hin koflin ja”aniiti isa gaafatan..?
Akkana ja”e deebiseef..:
Osoo masjidula aqsaan harka kaafiraa jiruu hin kofalu ja”en..!!
* salahaddiin eegas booda takkaa hin kofalle hanga masjidul aqsaa harka kaafiraati fuudhuu …
guyyaa isaan harkaa fuudhee sujuudeeti gammade koflee…!!!
\u2022 kaayyoo teetif hangam takka tattaafatta..!!!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
Yeroo { salahaddinil ayyubin } joollee ture isaa joollee wajjiin karaa kessa tapatu abbaan isaa najmuddin al ayyubin isa arketi joollee kessa ol fuudhe  isaan ja”e :    Ummaa tee wanniin fuudhe irraa si dhaleef akka joollee wajjiin tapattuufi miti ..!!Wanniin ummaa tee fuudhee irraa si dhaleef akka masjidul aqsaa bilisoomsituufi ja”en…!!      Jecha kana […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-127","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/127","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=127"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/127\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=127"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=127"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=127"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}