{"id":117,"date":"2026-01-17T20:08:35","date_gmt":"2026-01-17T20:08:35","guid":{"rendered":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/iimaanniniis-qabsoo-fadha-bilaashitti-hin-jiru-abadan\/"},"modified":"2026-01-17T20:08:35","modified_gmt":"2026-01-17T20:08:35","slug":"iimaanniniis-qabsoo-fadha-bilaashitti-hin-jiru-abadan","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/iimaanniniis-qabsoo-fadha-bilaashitti-hin-jiru-abadan\/","title":{"rendered":"Iimaanniniis qabsoo fadha bilaashitti hin jiru abadan!"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Wanti hundi qabsoodha duniyaa tana keessatti duniyaa tana keessatti, wanni bilaashi tahu takka hin jirtu, akkuma namni tokko qabeenya fiduudhaaf hirriiba dhabee, ganama subiin ke&#8217;ee bakka isa barbaachisu dhaqee, harar taatu harar dhaqee, dirree dawaa taatu achi dhaqee, achii ol taatuus dhaqee waan fidu fidee itti yaadee, guyyaa itti laffa&#8217;ee, bashannana isaa itti dhabee laffa&#8217;ee qabeenya san arkatutti, laffaatii san wajji laffaatii sa saniin osoo hin taane khannaa rabbii khannaaf rabbi subhaanahu wa ta&#8217;aalaa tattaaffii isaa san keessa rabbiin isaaf khannaa jachu, akkuma dila san tattaafatutti qabeenya fiduuf qabsaahutti iimaana fiduulleen qabsoo feeti.<br><br>Iimaanniniis qabsoo fadha bilaashitti hin jiru abadan, akkanuma teenyee akka tazbiitti walitti dhawanii iimaana hoo furadhu ja&#8217;anii wanni namatti khaayan hin jiruu jachu, qabsoo fadha iimaanniniis, tattaaffii fadha, inumaatuu iimaanaatu irra qaalii waa hundarra, namni tokko walii galee arra khe&#8217;ee obboleessa keenya kana arra waan guddoo takka godhuu qabnaafii ja&#8217;anii wali dhufan cheeka isaa ol baasee tokko siif kataba miliyoona hangana taruma takkatti secondii muraasatti miliyoonara taate, si godhuu hin danda&#8217;uu akkasitti secondii muraasatti miliyoonara taataa je&#8217;ee khatabee sii khanna, iimaana hoo, iimaana eenyu khatabee siif khanna akkasitti, diin eenyuu khatabee siif khanna, ilmii eenyuu khatabee siif khanna. <br><br>Sheekha tokko bira dhaqi mee ittiin haajamee ilmii tana khatabii Naaf khanni ja&#8217;iin cheeka kamirratti katabee siif khanna, cheeka kamirratti sunana katabee siif khanna furadhu je&#8217;ee, hin jiruu jachu, maal goota itti laffaata arraas ni qaraata boruus ni qaraata iftaaniis, xiqqo xiqqoon jechaati akkasi guuttattaa jachu, qabeenya ammoo namni tara takkatti katabee siif khannuu danda&#8217;a, kun maal si garsiisa wanni akka diin qaalii numan jirre, iimaanaa fi ilmiin diin Islaamaa waa hundarra qaalii tahuu si garsiisaa jachu.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Wanti hundi qabsoodha duniyaa tana keessatti duniyaa tana keessatti, wanni bilaashi tahu takka hin jirtu, akkuma namni tokko qabeenya fiduudhaaf hirriiba dhabee, ganama subiin ke&#8217;ee bakka isa barbaachisu dhaqee, harar taatu harar dhaqee, dirree dawaa taatu achi dhaqee, achii ol taatuus dhaqee waan fidu fidee itti yaadee, guyyaa itti laffa&#8217;ee, bashannana isaa itti dhabee laffa&#8217;ee [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-117","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/117","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=117"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/117\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=117"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=117"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=117"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}