Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin.
47:19″Rabbiin malee dhugaan gabbaramaan
biraa akka hin jirre beeki.
\u0641\u0627\u0639\u0644\u0645 \u0623\u0646\u0647 \u0644\u0627 \u0625\u0644\u0647 \u0625\u0644\u0627 \u0627\u0644\u0644\u0647
Beekumsa Keessaa Inni Dursu Rabbii Nu Uume Beekuudha. Rabbii Keenya “Allah Malee Dhugaan Kan Waaqeffatamu Hin Jiru” Ja’anii Beekuudha.
Rabbiin Keenya Allahn Ummata Hunda Keessatti Ergamtoota Isaa “Na Qofa Gabbaraa ; Taabotoota Irraa Immoo Fagaadhaa” Je’ee Ergee Jira.
16:36″ Dhugumatti, Nuti \u201cRabbiin gabbaraa; taabota (gabbaruu) irraas
fagaadhaa\u201d (jechuun) ummata hunda keessatti ergamaa erginee jirra.
\u0648\u0644\u0642\u062f \u0628\u0639\u062b\u0646\u0627 \u0641\u064a \u0643\u0644 \u0623\u0645\u0629 \u0631\u0633\u0648\u0644\u0627 \u0623\u0646 \u0627\u0639\u0628\u062f\u0648\u0627 \u0627\u0644\u0644\u0647 \u0648\u0627\u062c\u062a\u0646\u0628\u0648\u0627 \u0627\u0644\u0637\u0627\u063a\u0648\u062a
Erga Kana Akka Seensaatti Hubannee Booda Gama Yaada Faallaa Kiristaanota Bira Jiruutti Haa Deebinuu.
Akkana Je’u “Muslimoonni Dhakaa Gurraacha  (Hajarul Aswad) Waaqeffatu” Ja’anii Yaadu.
Hajarul Aswad Dhakaa Miidhaas Faayidaas Hin Qabneedha. Rabbii Tokkicha Allaah Kan Fayyaduus Miidhuus Danda’u Malee Hajarul Aswad Hin Waaqeffatamu.
Sahih Bukaarii Kitaaba 25, Hadiisa 83
Aabis Ibn Rabii’aa Irraa Akka Odeeffametti Umar (R.A) Gama Hajarul Aswad Dhufee Dhungatee Akkana Je’e “Ni Beeka Ati Dhakaadha ; Hin Fayyaddus Hin Miitus. Nabiyyiin Osoo Kan Si Dhungatan Arguu Baadhee Silaa Si Hin Dhungadhu”.
\ufecb\u064e\ufee6\u0652 \ufecb\u064e\ufe8e\ufe91\u0650\ufeb2\u0650 \ufe91\u0652\ufee6\u0650 \ufead\u064e\ufe91\u0650\ufef4\ufecc\u064e\ufe94\u064e\u060c \ufecb\u064e\ufee6\u0652
\ufecb\u064f\ufee4\u064e\ufeae\u064e \u0640 \ufead\ufebf\ufef0 \ufe8d\ufedf\ufee0\ufeea \ufecb\ufee8\ufeea \u0640 \ufe83\u064e\ufee7\u0651\u064e\ufeea\u064f \ufe9f\u064e\ufe8e\ufe80\u064e \ufe87\u0650\ufedf\u064e\ufef0 \ufe8d\ufedf\u0652\ufea4\u064e\ufea0\u064e\ufeae\u0650 \ufe8d\ufef7\u064e\ufeb3\u0652\ufeee\u064e\ufea9\u0650 \ufed3\u064e\ufed8\u064e\ufe92\u0651\u064e\ufee0\u064e\ufeea\u064f\u060c \ufed3\u064e\ufed8\u064e\ufe8e\ufedd\u064e \ufe87\u0650\ufee7\u0651\u0650\ufef2 \ufe83\u064e\ufecb\u0652\ufee0\u064e\ufee2\u064f \ufe83\u064e\ufee7\u0651\u064e\ufeda\u064e \ufea3\u064e\ufea0\u064e\ufeae\u064c \ufefb\u064e \ufe97\u064e\ufec0\u064f\ufeae\u0651\u064f \ufeed\u064e\ufefb\u064e \ufe97\u064e\ufee8\u0652\ufed4\u064e\ufeca\u064f\u060c \ufeed\u064e\ufedf\u064e\ufeee\u0652\ufefb\u064e \ufe83\u064e\ufee7\u0651\u0650\ufef2 \ufead\u064e\ufe83\u064e\ufef3\u0652\ufe96\u064f \ufe8d\ufedf\ufee8\u0651\u064e\ufe92\u0650\ufef2\u0651\u064e \ufebb\ufee0\ufef0 \ufe8d\ufedf\ufee0\ufeea \ufecb\ufee0\ufef4\ufeea \ufeed\ufeb3\ufee0\ufee2 \ufef3\u064f\ufed8\u064e\ufe92\u0651\u0650\ufee0\u064f\ufeda\u064e \ufee3\u064e\ufe8e \ufed7\u064e\ufe92\u0651\u064e\ufee0\u0652\ufe98\u064f\ufeda\u064e
Kanaa Ol Maal Barbaadda? Hajarul Aswad Dhakaa Hin Miines Hin Fayyadnes. Garuu Nabi Muhammad \ufdfa Wanta Isaan Dhungataniif Ni Dhunganna.
Dhungachuun Qabeenya Rabbiitii Miti. Sababni Isaas Rabbiin Hin Dhungatamu. Dhungachuun Qabeenya Ilma Namaati. Dhungachuun Waaqeffatuu Miti. Dhungachuun Wanta Jaalalti Ittiin Ibsamtuudha.
Fakkeenya Ilmi Abbaa Osoo Dhungatee Waaqeffate Jechuu Miti.
Namni Tokko Osoo Tapha Tokko Injifatee Waancaa Dhungatee Waaqeffate Jechuu Miti.
Hajarul Aswad Osoo Isaaf Kan Sagadamu ; Kadhatamu ; Sodaatamu… Ta’ee Shirkii (Rabbii Gaditti Waaqeffatame) Ja’amuu Ni Danda’a. Garuu Wantoota Kanniin Hundumaa Isaaf Godhuun Dhoorkaadha.
Hajarul Aswad Dhakaa Caccabaadha. Dhagahuu , Dubbachuu , Arguu , Beekuu Kan Hin Dandeenye Yoo Ta’u Bu’uura Mana Rabbiitiif Akka Ta’uuf Jannata Irraa Dhufe.
Sunan Nasa’i Kitaaba 24, Hadiisa 2938
Abdallaah Ibn Abbaas Akka Odeessetti Nabi Muhammad \ufdfa Akkana Ja’an ” Hajarul Aswad Jannata Irraayi “.
\u0639\u0646 \u0627\u0628\u0646 \u0639\u0628\u0627\u0633 \u0623\u0646 \u0627\u0644\u0646\u0628\u064a \ufdfa \u0642\u0627\u0644 “\u0627\u0644\u062d\u062c\u0631 \u0627\ufef7\u0633\u0648\u062f \u0645\u0646 \u0627\u0644\u062c\u0646\u0629”
Hajarul Aswad Akka Hin Gabbaramne Erga Ragaadhaan Akkanatti Hubannee Worroonni Hajarul Aswadiin Waaqeffattu (Gabbartu) Nuun Ja’an Ragaan Isaanii Maalii?
Hajarul Aswad Nabi Muhammad \ufdfa Ergamuun Dura Naannoo Ka’abaatti Taabotoota 360 Keessa Tokko Kan Ja’aniif Ragaan Isaanii Maali?
Jette Jettee Ganda Keessaa Osoo Hin Ta’in Ragaa Qur’aanaa , Hadiisaa Fi Seenaa Irraa Nuuf Fidaa Mee. Wanta Hin Jirre Kijiba Eessaa Baasu Ree?!
Amantiin Islaamaa Amantii Qulqulluu Rabbiin Tokkichi Allahn Keessatti Gabbaramu(Waaqeffatamu) dha Malee Dhakaa Fi Mukni Kan Keessatti Waaqeffatamuu Miti. Kanaafuu Gama Amantii Dhugaa, Qulqulluu Fi Jaalatamtuu Kan Taate Gama Amantii Islaamaa Koottaa Isiniin Jenna. Rabbiin Amantii Dhugaa Kana Isiniif Haa Hiru. Aamiin!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"
Kiristaanonni yeroo baay’ee waan nuti musilimtoonni ka’abaa waaqessinu sehu. Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin. 47:19″Rabbiin malee dhugaan gabbaramaanbiraa akka hin jirre beeki.\u0641\u0627\u0639\u0644\u0645 \u0623\u0646\u0647 \u0644\u0627 \u0625\u0644\u0647 \u0625\u0644\u0627 \u0627\u0644\u0644\u0647 Beekumsa Keessaa Inni Dursu Rabbii Nu Uume Beekuudha. Rabbii Keenya “Allah Malee Dhugaan Kan Waaqeffatamu Hin Jiru” Ja’anii Beekuudha. Rabbiin Keenya Allahn Ummata Hunda Keessatti […]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"pagelayer_contact_templates":[],"_pagelayer_content":"","_jetpack_memberships_contains_paid_content":false,"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-104","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-uncategorized"],"jetpack_featured_media_url":"","jetpack_sharing_enabled":true,"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/104","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=104"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/104\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=104"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=104"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ijabanaa.com\/afaanoromoo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=104"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}