Uncategorized

RASUULLI RABBII S.A.W HAADHA WARRAA 11 FUUDHE

1: Khadiijaa Bintu Khuweeylid2: Soowdaa Bintu Zam’aa3: Aa’ishaa Binti Abuu Bakri Siddiiq4: Hafsaa Binti Umar Ibnul Khaxxaab 5: Zeeynab Bintu Khuzeeymaa 6: Ummu Salamaa: Hind Bintu Abii Umayyaa 7: Zeeynab Bintu Jahsh 8: Juweeyriyaa Bintul Haaris9: Ummu Habiibaa : Ramlaa Bintu Abii Sufiyaan 10: Safiyyaa Bintu Huyayyi 11: Meeymunaa Bintul Haaris Al-Hilaaliyyaa • Rasuulli Rabbii […]

RASUULLI RABBII S.A.W HAADHA WARRAA 11 FUUDHE Read More »

Sadarkaa Du’aa’iin Onneerraa Kaate Qabdu

Subhaanallaah Gurbaa tokkootu jira kan gandi isaa hundi akkaan isa jibbu. hoggaa inni du’e namni tokko kan isa awwaalu dhabame ilma tokko qofa qaba ilmi isaa kun reeffa (janaazaa) abbaa isaa tana lafarra harkisaa gara lafa dirree barahaa takka awwaaluuf geesse hoggaa kana gurbaan re’ee tiissu tokko argee aboo maalif kophaa tee reeffaan deemta ja’ee

Sadarkaa Du’aa’iin Onneerraa Kaate Qabdu Read More »

Zinaa Jachuun Waliin Gangalachuu Qofaa Miti.

Zinaa jachuun uffata firraa yaasanii waliin gangalatanii fadhinnaa firraa baasuu qofaa miti ilmi namaa zamana kana keessatti waan hedduudhaani zinaa godhaa jira karaa hedduun jachuu obboleessa kiyya obboleeytii tiyya hammeenya zinaa rabbi s.w qur’aana keessatti dubbatee jira walaa taqrabu zinaa zinaa ittin dhihaatinaa rabbi s.w nuun je’e qur’aana keessatti hadiisa rasuulaa s.a.w keessatti wanni dhufe

Zinaa Jachuun Waliin Gangalachuu Qofaa Miti. Read More »

Masha Allah Jachuun Numa Rakhishte

Yaa subhaanallaah aboo zamana kana masha allan numa rakhishte bakka deemtu hundatti waan nama gammachiistuu fi waan nama gaddisiistu waan rabbi gammachiistuu fi waan rabbi dallansiistu hunda gizee arke social media kanarratti ilmi namaa masha allah intala qullaa suuraa kaatuunis masha allah dardaraa fi dubra karaa haraamiin wali shookkifatu gizee arkan masha allah nama gad

Masha Allah Jachuun Numa Rakhishte Read More »

Intala Addunyaarratti Warra Jannataatii Himamteef

Kabajamtoota hordoftoota website tuji mussa assalaamu aleeykum warahmatullahi wabarakaatu hunda keessan bakka jirtanitti nageenyi rabbii, rahmanni rabbii, jaalalti rabbii guddaa isinirratti haa jiraatu jachaa fedhinnaa rabbii guddaatiin guyyaa arraa wanni irraa dubbannu intaloo warra jannataa tan miilaan lafarra deemtu irraahi dubbana jachuudha, insha allah seenaan intala tanaa akkana. Gaaf tokko abdallah ibnu abbaas darasticha isaa

Intala Addunyaarratti Warra Jannataatii Himamteef Read More »

Yeroo Tee Sirnaan Itti Fayyadami

Obboleessoo kudha lamaan guyyaa waqtii bareedduu rabbiin siif kanne tana ciqilfatteetuma ma’alaayaanii haasawaa oolta mo akkaataa rabbiin irraa sirraa barbaadutti waqtii tana gaggeessaa jirta, obboleeytii tiyya atiis mee yeroo takka dhaabbadhuutii if gaafadhu waqtii bareedduu rabbiin siif kanne tana osuma guyyaa rabbii tiktok akkanatti harkaan haadhaa ooltuu, osuma musalsala kaanirraa kaanitti jijjiirtuu rimootii harka qabattee,

Yeroo Tee Sirnaan Itti Fayyadami Read More »

Manaama Yeroo Agarre Maal Godhuu Qabna ?

Rasuulli Keenya SAW manaama tokko Yeroo agarre Maal akka Godhuu qabnu nu barsiisanii jiran. Hadiisa Abii Qataadaa irraa odeeyfame kan Imaamul Bukhaariin gabaase keessatti Rasuulli SAW akkana Ja’an. “ Manaamni gaariin Rabbi Irraahi, tokkoon keessan manaamaan waan jaalatu yoo arge, nama jaalaltutti malee nama biraatti akka hin himne, manaama keessatti Waan jibbu yoo arge ammoo

Manaama Yeroo Agarre Maal Godhuu Qabna ? Read More »

Shopping Cart