Uncategorized

Nama salaanni subhii isatti ulfaate hundaaf

Muslima amma jiru yoo laalte waan Rabbiin (S.W) itti isaan ajaje hedduurraa fagaataniiti agarta. Akka fakkeenyaatti salaata subhii fudhannee yoo laalle irra hedduu muslima ammaa biratti bakka dhabee jira. Ammoo salaanni kun gatii fi sadarkaan inni qabu nama qalbiin laalee xiinxaleef kan laayyotti laalamuu miti. Nama salaata kana laaffisee ilaaleef adabbiin Rabbiin qopheesse hangam cimaa […]

Nama salaanni subhii isatti ulfaate hundaaf Read More »

Dargaggummaa

Dargaggummaa Dargaggummaa Dargaggummaan Maali? Dargaggummaan sadarkaa umrii ilma namaa tan sadrkaalee lama jidduu jirtu yoo taatu, sadarkaa jabeenya qaamaa, hamilee cimaa, hawwii fi sochii gara garaatiin guutamee argamuudha. Umriin kun umrii wantoota baay’ee isii keessatti hojjaachuun danda’amuudha. Biyyoota gara garaa keessatti yeroon dargaggummaan itti jalqabama ja’anii yaadan wal dhabullee, inni sirrii ta’e dargaggummaan yeroo daa’imni

Dargaggummaa Read More »

Shopping Cart