Sammuun madda beekkumsaati; doofummaan illee sammuu keessaa madda!
Addunyaa kana irratti warri qaroomes ta‟ee warri doofummaa haammatee rafu, tolcha godhatanii miti. Sammuu ofii fayyadamaniiti. Warri qaroome humna sammuu beekee, hojjetee qaroome. Warri doofummaan mataa irratti mana ijaarrates, of wallaalanii waan hojjechuu qaban hojjechuu dhabaniiti. Qaroomni samii irraa akka bakakkaatti kan bu‟u miti; lafa keessaa akka burqaattis hin bahu. Coba yaadaa sammuu keessatti biqiletu […]
Sammuun madda beekkumsaati; doofummaan illee sammuu keessaa madda! Read More »