Abu Bakri Siddiiq

Kutaa 5ffaa Rasuulli s.a.w akka ummanni Makkaa hin amanin hubatanii Jibriiliin ummanni kiyya nan dhugoomsine jedheen. Jibriilis Abaa Bakriittu sidhugoomsa jedheen inni Siddiiqi. Siddiiqi jechuun dhugoomssa jechuudha. Godaansa Abu Bakriitii fi Rasuulaa s.a.w Nabi Muhammad s.a.w gara mana Abbaa Bakrii deemun akka Rabbiin godaansa (hijraa) eeyyameef itti hime. Abbaan Bakriis gammachuu guddoo gammaduu irraa kan ka’e booye. Osoo manarraa […]

Abu Bakri Siddiiq Read More »

Abu Bakri Siddiiq

Toliinsa isaa irraa jaalalli ummataa guyyaa irraa gara guyyaatti dabalaa dhufe. Hamma irra jaalatamaa ummata Qureeyshii tahutti eega Nabi Muhammad s.a.w. Kutaa 2ffaa Islaamummaa Fi Abbaa Bakrii Nabi Muhammad s.a.w osoo hin ergamin duras Abbaan Bakrii fi Nabi Muhammad s.a.w jaalala jabaa waliif qabaachaa turan. Haala jarri lamaan itti wal fakkaatanin keessaa; Dhugaa dubbachuu, Amaanaa namaa tiiksuu, Dalagaa gaggaarii dalaguu,

Abu Bakri Siddiiq Read More »

Abu Bakri Siddiiq

Kutaa 4ffaa Ollummaa Rabbii Isaa Jaalata ykn Filata Nabi Muhaammad s.a.w dararaan isaafi sahaabaatti, guyyaa guyyatti hammaataa deemaa jiraachuu argee jennaan, Sahaabota godaansaaf ykn kool galtummaaf gara biyya mootii Habashaa kan mirgi namaa akkaan biratti eeggamaa taatetti godhan hayyameef. Abbaan Bakriis godaansaaf ka’ee yeroo inni barkal gimaad jedhamu gahe, Namticha maqaan isaa ibni Diginnaa kan

Abu Bakri Siddiiq Read More »

Abu Bakri Siddiiq

“Garuu yoo ka si gammachiisu taate, si wajjiin deemee ilma kee gaafachuu niin danda’aa?.” jetteenii gaafii dhiheessiteef. Kutaa 3ffaa Hayyama haadha Abbaa Bakrii akkuma argatteen wajjiin gara mana Abbaa Bakrii deemte. Akkuma mana geessee Abbaa Bakrii argiteen, sagalee ol fuutee iyyaa “Rabbii kiyyatti kakadhe! warroonni akkana sirratti dalagan kun kafirtootaa fi warra karaa Rabbii irraa maqe. Aniin

Abu Bakri Siddiiq Read More »

Abu Bakri Siddiiq

Kutaa 1ffaa “Namni tokkollee tola nuuf hin oolle. Kan tola nuuf ooleefis, Harka isaa kan nuti hin deebi’iniif hin jiru, Abbaa Bakrii malee! Abbaan Bakrii galata inni nu biraa qabu, Rabbitu nurraa galcha Guyyaa Qiyaamaa. Waa na hin fayyadne qabeenyi tokkolleen akka qabeenyi Abbaa Bakrii na fayyadetti’. “Osoo jaalalle godhachuun ka naaf hayyamamuutii Abbaa Bakriitiin jaalallee godhadha.”

Abu Bakri Siddiiq Read More »

Naamusa Namummaa

“Amalli abbaa dhiba, hamaan ganda dhiba.”Jetti ummaan tiyya! Ilmi namaa uumama kabajamaa fi beekaa sammuu isaatti dhimma bahuun jiruu fi jireenya isaa gaggeeffatuudha. Uumama biraa irraa wanti dhala namaa adda godhu immoo safuu fi safeeffannaan kan jiraatuu fi naamusaan jireenya ofii kan gaggeeffatuudha. Naamusa jechuun maal jechuudha? Namni naamusa qabu hoo nama akkamiiti? Naamusni hoo

Naamusa Namummaa Read More »

Sammuun mootii yaadaati; Ammaas gabra yaadaati!

Sammuun yaada akka ifii barbaadetti uumuu danda’a. Waa’ee ofii isaas ta’ee dhugaa addunyaa isa sitti beekee akka fedhetti qajeelchuu danda’a. Kanarra dabrees waan itti amanu, akkasumas waan hojjetu akka isaatti tolfachuun sammuu isaa amansiisuu danda’a. San booda sammuun ni dandeessa jedhaani. Faallaa kanaa yaadaan of gaadi’anii miira gadaantummaa fi hin danda’u jechuun yoo of amansiisan…hojii

Sammuun mootii yaadaati; Ammaas gabra yaadaati! Read More »

Shopping Cart