Tuji Mussa

ADDUNYAAN TUN NAMA DADHABAAF BAKKA TAKKA HIN QABDU

Addunyaan tun nama dadhabaadhaaf bakka takkallee hin qabdu. Dadhabaa namaa taanaan ni tuffatamta dadhabaa namaa taanaan ni jibbamta dadhabaa namaa taanaan jiruu tee keessatti guddina hin arkitu. Tanaaf dadhabina si jiru barumsa barachuun keessaa bahi, hojjattee jabaattee hojjachuun dadhabina keessaa bahi. Addunyaan tun tan warra waa qabuuti addunyaan tun tan warra rabbi qabuuti addunyaan tun […]

ADDUNYAAN TUN NAMA DADHABAAF BAKKA TAKKA HIN QABDU Read More »

Abdurahmaan Ibnu Oowfii

Kutaa 2ffaa Erga eebba Muhammad s.a.w Rabbiin awwaateefi Abdurahmaan duroomee, diinagdee isaa bakka sadihitti qoodun, ummata Madiinatif harka tokko kenne, harka tokko immoo haqa namaa irraa kafale, harka sadaffaa ni hambifata. Urwaan akka Abdurahmaan irraa odeessetti “Abdurahmaan kuma shantama karaa Rabbi keessatti diinagdee isaa akka kennan maatii isaatti dhaame. Kuma shantama inni dhaames; kuma tokko

Abdurahmaan Ibnu Oowfii Read More »

GABBARAAF JATTEE INTALA TEE HEERUMA HIN DHOORKIN

Yaa abbaa intalaa gabbara jattee intala tee heeruma hin dhoorkin Yeroo amma nuti keessa jirru tanatti abboottiin shamarranii warreen shammarran hedduu qaban akka malee shamarran isaaniititti garaa jabaatanii akka waan dubartiin dachii taatee, akka waan dubartiin naggada taatee, dubartii ifii tana maallaqa gurguddaa irra kaayanii akka isiin hin heerumne taasisan. Intalti ati arra maallaqa gurguddaa

GABBARAAF JATTEE INTALA TEE HEERUMA HIN DHOORKIN Read More »

Abdurahmaan Ibnu Oowfii

Kutaa 1ffaa Seensa seenaa abdurahmaan binu oowfii Isaannan Rabbiin milkii isaanii garaa haadhaa keessatti barreesse keessaa, Abdurahmaan bin Oowfi tokko. Tokkoo warra saddettan dura islaamawaniiti, tokkoo kurnan warra jannataati, tokkoo jahan koree mariiti. Osoo Nabi Muhammad s.a.w lubbuun jiran tokkoo warra fatwaa kennaniiti. Kan tola kana cufaan islaamummaa keessatti Rabbiin isa badhaase kun Abdurahmaan Binu

Abdurahmaan Ibnu Oowfii Read More »

SALLALLAAHU ALEEYHI WASALLAM

SALLALLAAHU ALEEYHI WASALLAM Guyyaa qiyaamaa ollaa Rasuula Rabbii (S.A.W) tahuu ni feetaa, rahmata rabbiititti akkaan dhihaachuu ni barbaaddaa, howdii Rasuula Rabbii (s.a.w) dhuguu ni barbaaddaa, Rabbiin (s.w)akkana ja’a yaa ayyuhallaziina aamanuu salluu aleeyhi wasallimuu tasliimaa rabbii fi malaaykonni rabbii nagayaa fi rahmata rasuula isaa irratti buusan Yaa ayyuhallaziina aamanuu yaa isaannan amantan salluu aleeyhi rasuura

SALLALLAAHU ALEEYHI WASALLAM Read More »

Zubeeyri Ibnu Awwaam

Kutaa 2ffaa Ammas gahee isaa kan Kandaq; sadarkaa gootaa, gootumattu beeka! gootni beekkamaan islaamaa Aliyyi ibn Abii Xaalib Zubeeyri irraa “goota namaati!.” jechun faarseen. Akka ilmi isaa Abdallahiin jedhetti Rasuuli s.a.w guyyaa duula Ahzaab anaafii Umar binu Abii Salama dubartoota keessatti nu dhiise. Yeroma kana Zubeeyri kan dabaree lamaa fi sadi deddeebi’u arge. Eega galees

Zubeeyri Ibnu Awwaam Read More »

Zubeeyri Ibnu Awwaam

Kutaa 1ffaa Seensa seenaa zubeeyri ibnu awwaam “Malaa’ikaaan Bifa Isaa Irratti Buute” Ja’an Muhammad s.a.w Eenyu gootni dur islaamummaaf seeyfii luqqifachuun, hoomaa waraanaa kaafiraa qaxxaamuree seeyfi isaatin Rasuula s.a.w tiksee? Eenyu gootni kumatti tilmaamame. Irra caalaa goototaa tahun; kan Umar ibnu Kaxxaab akka kuma namaatti madaalun lolatti erge? Zubeeyir Ibn Awwaam: Tokkicha akka kumaa, Osoo

Zubeeyri Ibnu Awwaam Read More »

Jannata Keessatti Mana Ijaarrachuu Ni Feetaa ?

Namni jannata Keessatti mana ijaarrachuu Barbaadu guyyatti Salaata sunnaa raka’aa 12 haa jabeeffatuu. Hadiisa Imaamu Muslim Gabaase Keessatti Rasuulli SAW akkana ja’an. “ Gabrichi Muslimaa Tokko, kan guyyatti raka’aa 12 Salaata sunnaa kan fardii hin tahin salaate, Rabbiin jannata Keessatti mana isaaf Ijaaru malee Hin Taane”. Salaanni sunnaa Raka’aa 12 Kun Sunnaalee Salaata fardii shanan

Jannata Keessatti Mana Ijaarrachuu Ni Feetaa ? Read More »

Xalhaa Ibnu Ubeeydullah

“Namni wareegamaa lubbuun jiru, kan dachii irra qaamaan socho’u yoo laaluu fedhe, gara Xalhaa Binu Ubeeydullahi haa laalu.” je’e Rasuulli s.a.w. Dhihaadhu; gara nama duula Uhud keessatti lubbuu isaa nabi Muhaammadiif s.a.w gumaachetti. Dhihaadhu; gara wareegamaa lubbuun jiru osoo warra jannataa ta’uu isaa beeku, lafarra miilaan deemu. Xalhaan Binu Ubeeydullah islaamahuu isaa dura biyya Basraa hojii

Xalhaa Ibnu Ubeeydullah Read More »

AKKAATAA DHIQANNAA JANAABTAA

Dhiqannaa irraa wanni barbaadamu bishaan qaama guutuu wal gahuudha. Haaluma fedheenu qaama guutuu bishaan wal geenyaan dhiqate namni sun. Osoo miilarraa ol eegalee dhiqates bishaan qaama guutuu wal geenyaan dhiqate. Garuu Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akka dhiqatetti dhaqachuun jaalatamaadha. Rasuulatti hidhachuutu irra caala, irra guutuudha. Dhiqatinsa keeysatti dirqamni waa lama: 1- Niyyachuudha. Dalagaan hundi niyyaadhaan

AKKAATAA DHIQANNAA JANAABTAA Read More »

Shopping Cart