Tuji Mussa

Ogummaan Maaliif Nu barbaachisa?

Gaaf tokko magaalaa baadiyyaa takka da‟awaa godhuufin dhaqe. Ergaan da‟awaa irraa raawwadhee booda barsiisaan tokko natti dhufeeti, “Barattoota muraasaaf gargaarsa maallaqaa akka gootu abdiin sirraa qaba” naan je’e. “Manni baruumsaa kan mootummaan gargaaramu waan te‟eef Barnoonni bilisaan hin kennamuu?” je’eetin gaafadhe. “Eeyyen! Barnoonni bilisaa ni kennama garuu Baasii isaanii kan Yuniversitii cufuufi” naan je’e. “Baasii […]

Ogummaan Maaliif Nu barbaachisa? Read More »

Maal Barachuuf Deemna?

Namoonni wantoota isaan mudatan hundaaf haala adda addaa mul‟isan. Qabeenya yoo argatan, Hojiin isaaniif yoo dabalame, Dhukkuba isaanii irraa gaafa fayyan ni gammadan. Gaafa addunyaan isaaniif seeyxe, gaafa kaayyoon isaaniif galma geheni gammadan. Akkasumas yoo dhukkubsatan, Kufaatiin yoo isaan mudate, yoo dhaban ni gaddan. Akkana tahuu erga beeynee akkamittigammachuu teenya gadda irraa kan hafuu fi

Maal Barachuuf Deemna? Read More »

Hin Fayyadan

Gaaf tokko Mobaayila kiyya keessatti barreeffama naaf ergame tokkon arge. Barreeffamichi barreeffama gaafiiti. „‟Yaa Sheekha Jaalatamaa‟‟ Murtiin Nama of ajjeese irra jiru maali? Ja’a gaafiin. Gaaficha dargaggeessa tokkootu erge. Aniisbilbileetiifin „‟dhiifama‟‟ gaafiI kee hin hubanneetii irra naaf deebi‟in je’een. Innis “Gaafiin ifaadha.” Murtiin (adabni) nama of ajjeesee maali? Naan je’e sagalee laaftuudhaaan. Deebii inni hin

Hin Fayyadan Read More »

KHUXBAA XUMURAA TAN RASULLI RABBII S.A.W GODHE

Dhaamsi armaan gadii kun Khuxbaa Ergamaan Rabbii Nabi Muhaammad (s.a.w) tulluu Arafaa irratti ummataaf godhan irraa kan fudhatameedha. “Yaa ilmaan namaa! Waggaa kana booda irra deebi’ee jidduu keessanitti argamuu koo ani hin beeku. Kanaaf wanta har’a isinitti himuuf jiru gurra naaf ergisaasirritti qalbiin na dhageeffadhaa. Warreen har’a jidduu keessanitti argamaniitiin carraa dhageeffachuu hinarganneef immoo ergaa

KHUXBAA XUMURAA TAN RASULLI RABBII S.A.W GODHE Read More »

Karaan Sobaan Dabran Deebii Nama Dhiba

Karaan sobaan dabran deebii nama dhibaa jatte oromoon obboleessa kiyya zamana kana keessa zamana dhugaan dhabamtee khijibni bakka dhugaa qabatee dhugaa dhaale keessa jirra ilmi namaa amrii xiqqoo fi guddoo hunda keessatti numa kijiba kijiba isaa qofaa mitii kijibeeti maqaa rabbiitiin irratti kakata osoo kijiba beekuu amriin akkanaa tun hedduu fokkottuudha obboleeyyan kiyya kan islaamaa

Karaan Sobaan Dabran Deebii Nama Dhiba Read More »

Torban Guyyaa Qiyaamaa Gaaddisa Rabbii Jala Taa’an !!!

“Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam, Guyyaa Qiyaamaa Guyyaa Gaaddisa Rabbii malee Gaaddisni biraa hin jirre, Rabbiin nama torba Gaaddisa isaa jala kaayaa Ja’e” Hadiisa Kana Bukhaarii fii Muslimtu Gabaase Namoonni Torban saniis akka Armaan Gadii kana …. 1: Bulchaa Ykn Daanyaa Haqaan Nama Hogganu 2: Dargaggeessa Ibaadaa Rabbii Irratti Guddate 3: Nama Qalbiin isaa Masjiidatti

Torban Guyyaa Qiyaamaa Gaaddisa Rabbii Jala Taa’an !!! Read More »

Hin Yaaddawin Rabbii Jiraa

Yaa nama jireenyi addunyaa kun itti ulfaatee if jibbisiise, yaa nama dhukkubni itti hammaatee fayyaa arkachuuf hawwe, yaa nama miskiinummaan miila itti fuutee beelti itti hammaatte, yaa nama barumsi itti jabaatee mataa dhukkubse, obboleessa kiyya obboleeytii tiyya. la tahzan innallaaha ma’anaa hin yaaddawin, hin gaddin rabbii nu wajjin jiraa, jecha san yaadadhu obboleessa kiyya jireenyi

Hin Yaaddawin Rabbii Jiraa Read More »

Jireenya Haraaraa Fi Mirqaanaa

Yaa obboleessa kiyya atiis yaa obboleeytii tiyya mee dhaamsa kana si fayyaduun ooluu narraa dhaggeeffadhu. yoo jiruun tee mirqaanumaa fi haraaraa jidduu jiraatte ati khasaaraa hoonga hin qabne keessa jirta. ilmi namaa haraaruun, mirqaanuun waan gaarii tahee garuu jiruun tee guutuun haraarumaa fi mirqaanuu yoo taate khasaaraa hangana hin ja’amne keessa jirta. mee akkamittiin khasaaraa

Jireenya Haraaraa Fi Mirqaanaa Read More »

Wantoota Gurguddoo Afur Tan Irraa Gaafatamuuf Teenyu !

Hadiisa Sahiiha Abuu Zarri Rasuula keenayrraa odeeyse keessatti Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam akkana ja’an “ Gabrichi Rabbii Guyyaa Qiyaamaa hanga waa Afur irraa gaafatamuu miilli isaa Rabbii duraa hin sossohuu ja’an” Hadiisa kana Tirmiiziitu Gabaase. Wantoonni Afuran Irraa gaafatamuuf teenyu San :……. 1: Umrii Tee Maalirratti Fixxe ?2: Beekkumsa Kee Maaliin Itti Hojjatte ?3:

Wantoota Gurguddoo Afur Tan Irraa Gaafatamuuf Teenyu ! Read More »

Shopping Cart