Kaafirtoota Wajjin
Rasuulli (saw) Namoota muslima hin ta‟iniifis yeroo hunda Haqummaan murteeysuu turan. Isaan gara islaamummaatti yaamuu fi Rakkoo isaanii isaan irraa salphisuuf Lubbuu isaanii isaaniif kennuuf qophii turan. Hammeenyaa fi miidhaa isaan irraan gayan obsaan dabarsuu turan. Maaliif? Allahaan “Rahmata goonee si ergine” jedheenii jira. Eenyufaaf? Muslimoota qofaafii? Lakkii! “Addunyaaf” Mee yahuudota ilaalaa; Arrabsuu turan, Shira […]