Sammuun mootii yaadaati; Ammaas gabra yaadaati!
Sammuun yaada akka ifii barbaadetti uumuu danda’a. Waa’ee ofii isaas ta’ee dhugaa addunyaa isa sitti beekee akka fedhetti qajeelchuu danda’a. Kanarra dabrees waan itti amanu, akkasumas waan hojjetu akka isaatti tolfachuun sammuu isaa amansiisuu danda’a. San booda sammuun ni dandeessa jedhaani. Faallaa kanaa yaadaan of gaadi’anii miira gadaantummaa fi hin danda’u jechuun yoo of amansiisan…hojii […]