Yaa subhaanallaah aboo zamana kana masha allan numa rakhishte bakka deemtu hundatti waan nama gammachiistuu fi waan nama gaddisiistu waan rabbi gammachiistuu fi waan rabbi dallansiistu hunda gizee arke social media kanarratti ilmi namaa masha allah intala qullaa suuraa kaatuunis masha allah dardaraa fi dubra karaa haraamiin wali shookkifatu gizee arkan masha allah nama gad taa’ee gandaa fi godaan adda nama qooduus gizee arkan masha allah jeeyna keenya subhaanallaah intalaa fi gurbaa taa’ee ajandaa namaa baasuuf galgalaa ganama taa’ee nama arrabsuus gizee arkan masha allah masha allah.
Aboo obboleessa kiyya dura ma’anaa takkaanuu hiikkaa masha allah tana beeytee maali waan rabbi jibbu hunda laaltee waan bareedduu waan ijji itti nama gammaddu waan rabbi jaalatu okey waan halaal gizee arkan masha allah jachuun humaan qabdu akka du’aa’iiti lakkaawama garuu nama nama arrabsuus gizee arkite masha allah jeeyna keenya itti muddi itti cabsi kan taa’ee gandaa fi gosaa fi maaliin adda nama qoqqooduus masha allah takkittii teenya si malee namnin jiru jeeyna aboo wallaahi masha allah bakka isiin hin fakkaanne hundaan hin ja’inaa masha allah waan rabbi jaalate waan rabbi fadhe masha allah.
Rabbiin intala qullaa dhaabbattu akkasitti footoo ka’uu sii gamana minniq jattee gamas minniq jattee as garagaltee achi garagaltee rabbiin san jaalataa duboo ka ati masha allah jattuun obboleessa kiyya obboleeytii tiyya jecha tokko osoo hin dubbanne dura ma’anaa saa sirritti beekhi hiikkaa saa sirritti beekhi akka isaan malutti bakka isaaf malutti bakka sanitti fayyadami yoo waanuma arkine hundaan masha allah janne gaa dhuguma hiikkaa jecha kanaatu nuun galini obboleessa kiyya waan rabbi jibbuus gizee arkite masha allah masha allah rabbiin waan san jaalata jachuu
Waan haraam takkaas gizee arkite bakka masha allah namaan jattu san bakka takka takka a’uuzu billahi mina sheyxaani rajiim jattee irraa maganfachuu qabdu faadha namni dhaabbatee masha allah ja’a tanaafuu masha allah bakka isiin hin fakkaannetti hin ja’inaa waan arkitan hundaan masha allah hin ja’inaa irraa maganfadhaa waan takka takka hamtuu gizee arkitan a’uuzu billahi mina sheyxaani rajiim la hawla walaa quwwata illaa billaahil aziim ja’aa maganfadhaa biraa deemaa kan nama arrabsituuniis masha allah jizee jatte hamilee kannuufi jirta akka inni nama arrabsu tan qullaa dhaabbattuus tan waan rabbiin hin jaalanne daleeyduus gizee arkite masha allah jattee hamilee itti godhu jirtaa tanaafuu makka masha allah itti jattan adda laalladhaa.