Hiyyeeyyii Wajjin
Yeroo ammaa namoonni hedduun Haala namaa kan madaalan gita maallaqaatiin ta‟ee jira. Qoosaa sooreyyii qofaatu isaan kofalchiisa, Dogongora isaanii salphumatti irra dabraniif. Qoosaan hiyyyeessaa ammoo isaan jibbisiisa, Dogongorri isaanii guddatee itti mul‟ata. Ergamaan Rabbii (saw) gara laafinni isaanii sooressaa fi hiyyeessaafis wal fakkataadha. Anas (Rabbiin irraa haa jaalatuu) akkana jedha. “Zaahir bin haram nama jedhamu […]