November 2024

Jannata Keessatti Mana Ijaarrachuu Ni Feetaa ?

Namni jannata Keessatti mana ijaarrachuu Barbaadu guyyatti Salaata sunnaa raka’aa 12 haa jabeeffatuu. Hadiisa Imaamu Muslim Gabaase Keessatti Rasuulli SAW akkana ja’an. “ Gabrichi Muslimaa Tokko, kan guyyatti raka’aa 12 Salaata sunnaa kan fardii hin tahin salaate, Rabbiin jannata Keessatti mana isaaf Ijaaru malee Hin Taane”. Salaanni sunnaa Raka’aa 12 Kun Sunnaalee Salaata fardii shanan […]

Jannata Keessatti Mana Ijaarrachuu Ni Feetaa ? Read More »

Xalhaa Ibnu Ubeeydullah

“Namni wareegamaa lubbuun jiru, kan dachii irra qaamaan socho’u yoo laaluu fedhe, gara Xalhaa Binu Ubeeydullahi haa laalu.” je’e Rasuulli s.a.w. Dhihaadhu; gara nama duula Uhud keessatti lubbuu isaa nabi Muhaammadiif s.a.w gumaachetti. Dhihaadhu; gara wareegamaa lubbuun jiru osoo warra jannataa ta’uu isaa beeku, lafarra miilaan deemu. Xalhaan Binu Ubeeydullah islaamahuu isaa dura biyya Basraa hojii

Xalhaa Ibnu Ubeeydullah Read More »

AKKAATAA DHIQANNAA JANAABTAA

Dhiqannaa irraa wanni barbaadamu bishaan qaama guutuu wal gahuudha. Haaluma fedheenu qaama guutuu bishaan wal geenyaan dhiqate namni sun. Osoo miilarraa ol eegalee dhiqates bishaan qaama guutuu wal geenyaan dhiqate. Garuu Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akka dhiqatetti dhaqachuun jaalatamaadha. Rasuulatti hidhachuutu irra caala, irra guutuudha. Dhiqatinsa keeysatti dirqamni waa lama: 1- Niyyachuudha. Dalagaan hundi niyyaadhaan

AKKAATAA DHIQANNAA JANAABTAA Read More »

Aliyyi Ibnu Abi Xaalib

Kutaa 4ffaa Aliyyi haqaa fi wal qixxummaa dalaguun isaa muslimtoota qofa osoo hin taane, ilma namaa hunda birratti amala gaariifii nama dinqisiisaa ta’een kaafira qalbii jaraa bitee gara islaamummaatti seensisu ta’e. Yeroo tokko Aliyyiin jalaa koombortaan badde. Kobortaa isaa kana gurbaa diin nasaaraa qabu tokko magaalaa keessatti kan gurguratu harkatti qabee “kiyya.” jedheen. Nasaartichis “kiyya.”

Aliyyi Ibnu Abi Xaalib Read More »

Shopping Cart