Sa’ad Ibnu Abi Waqqaas
Kutaa 2ffaa Booda garuu yeroo waraanni lola geessee duularra gara Madiinaa galu; Sa’aad obboleessa isaa kan dirree badritti waliin gammadaa deeman, gatee kophaa isaa gaddaan mararfataa gale. Umeyir mucaan xinnoon, kan onnee isaa malee humni isaa hin guddatin sun; wareegamee obboleessa isaa Sa’aadin gatee biraa gara mana aakeratti baqate. Duula Uhudiifii Sa’ad Duula Uhud irratti […]