November 2024

Hin Yaaddawin Rabbii Jiraa

Yaa nama jireenyi addunyaa kun itti ulfaatee if jibbisiise, yaa nama dhukkubni itti hammaatee fayyaa arkachuuf hawwe, yaa nama miskiinummaan miila itti fuutee beelti itti hammaatte, yaa nama barumsi itti jabaatee mataa dhukkubse, obboleessa kiyya obboleeytii tiyya. la tahzan innallaaha ma’anaa hin yaaddawin, hin gaddin rabbii nu wajjin jiraa, jecha san yaadadhu obboleessa kiyya jireenyi […]

Hin Yaaddawin Rabbii Jiraa Read More »

Jireenya Haraaraa Fi Mirqaanaa

Yaa obboleessa kiyya atiis yaa obboleeytii tiyya mee dhaamsa kana si fayyaduun ooluu narraa dhaggeeffadhu. yoo jiruun tee mirqaanumaa fi haraaraa jidduu jiraatte ati khasaaraa hoonga hin qabne keessa jirta. ilmi namaa haraaruun, mirqaanuun waan gaarii tahee garuu jiruun tee guutuun haraarumaa fi mirqaanuu yoo taate khasaaraa hangana hin ja’amne keessa jirta. mee akkamittiin khasaaraa

Jireenya Haraaraa Fi Mirqaanaa Read More »

Wantoota Gurguddoo Afur Tan Irraa Gaafatamuuf Teenyu !

Hadiisa Sahiiha Abuu Zarri Rasuula keenayrraa odeeyse keessatti Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam akkana ja’an “ Gabrichi Rabbii Guyyaa Qiyaamaa hanga waa Afur irraa gaafatamuu miilli isaa Rabbii duraa hin sossohuu ja’an” Hadiisa kana Tirmiiziitu Gabaase. Wantoonni Afuran Irraa gaafatamuuf teenyu San :……. 1: Umrii Tee Maalirratti Fixxe ?2: Beekkumsa Kee Maaliin Itti Hojjatte ?3:

Wantoota Gurguddoo Afur Tan Irraa Gaafatamuuf Teenyu ! Read More »

RASUULLI RABBII S.A.W HAADHA WARRAA 11 FUUDHE

1: Khadiijaa Bintu Khuweeylid2: Soowdaa Bintu Zam’aa3: Aa’ishaa Binti Abuu Bakri Siddiiq4: Hafsaa Binti Umar Ibnul Khaxxaab 5: Zeeynab Bintu Khuzeeymaa 6: Ummu Salamaa: Hind Bintu Abii Umayyaa 7: Zeeynab Bintu Jahsh 8: Juweeyriyaa Bintul Haaris9: Ummu Habiibaa : Ramlaa Bintu Abii Sufiyaan 10: Safiyyaa Bintu Huyayyi 11: Meeymunaa Bintul Haaris Al-Hilaaliyyaa • Rasuulli Rabbii

RASUULLI RABBII S.A.W HAADHA WARRAA 11 FUUDHE Read More »

Sadarkaa Du’aa’iin Onneerraa Kaate Qabdu

Subhaanallaah Gurbaa tokkootu jira kan gandi isaa hundi akkaan isa jibbu. hoggaa inni du’e namni tokko kan isa awwaalu dhabame ilma tokko qofa qaba ilmi isaa kun reeffa (janaazaa) abbaa isaa tana lafarra harkisaa gara lafa dirree barahaa takka awwaaluuf geesse hoggaa kana gurbaan re’ee tiissu tokko argee aboo maalif kophaa tee reeffaan deemta ja’ee

Sadarkaa Du’aa’iin Onneerraa Kaate Qabdu Read More »

Zinaa Jachuun Waliin Gangalachuu Qofaa Miti.

Zinaa jachuun uffata firraa yaasanii waliin gangalatanii fadhinnaa firraa baasuu qofaa miti ilmi namaa zamana kana keessatti waan hedduudhaani zinaa godhaa jira karaa hedduun jachuu obboleessa kiyya obboleeytii tiyya hammeenya zinaa rabbi s.w qur’aana keessatti dubbatee jira walaa taqrabu zinaa zinaa ittin dhihaatinaa rabbi s.w nuun je’e qur’aana keessatti hadiisa rasuulaa s.a.w keessatti wanni dhufe

Zinaa Jachuun Waliin Gangalachuu Qofaa Miti. Read More »

Masha Allah Jachuun Numa Rakhishte

Yaa subhaanallaah aboo zamana kana masha allan numa rakhishte bakka deemtu hundatti waan nama gammachiistuu fi waan nama gaddisiistu waan rabbi gammachiistuu fi waan rabbi dallansiistu hunda gizee arke social media kanarratti ilmi namaa masha allah intala qullaa suuraa kaatuunis masha allah dardaraa fi dubra karaa haraamiin wali shookkifatu gizee arkan masha allah nama gad

Masha Allah Jachuun Numa Rakhishte Read More »

Intala Addunyaarratti Warra Jannataatii Himamteef

Kabajamtoota hordoftoota website tuji mussa assalaamu aleeykum warahmatullahi wabarakaatu hunda keessan bakka jirtanitti nageenyi rabbii, rahmanni rabbii, jaalalti rabbii guddaa isinirratti haa jiraatu jachaa fedhinnaa rabbii guddaatiin guyyaa arraa wanni irraa dubbannu intaloo warra jannataa tan miilaan lafarra deemtu irraahi dubbana jachuudha, insha allah seenaan intala tanaa akkana. Gaaf tokko abdallah ibnu abbaas darasticha isaa

Intala Addunyaarratti Warra Jannataatii Himamteef Read More »

Shopping Cart