Aliyyi Ibnu Abi Xaalib
Kutaa 3ffaa Duula Tabuuk Erga Rabbiin muslimoota injifannoo fatihii Makkaatiin gamachisee, ummanni Rum muslimootatti duuluuf qophaawan. Rasuulli s.a.w kana dhageenyaan “inuumaayyuu jarrii hindhuftu, nutu dhaqee lolaan.” jedhee waraana kurfeesse. Guyyaa kana garuu goota islaamaa duula hundarrattii hirmaatu, kan yeroo garii alaabaa islaamaa ittii kennuun, yeroo garii immo; gootota mushrikaa tokkoo kumaan lakkahaman haa ajjeesuuf durattii […]