December 2023

Dhugaan Boba’aa Imala Jireenya Keenyaa Haa Tahu!

Waan hunda keessatti nama dhugaa taatee yoo jiraatte, karaan gama kaayyoo teetii itti geessu siif laaffata. Jireenyi dhugaan keessaa bade nama jibbisiisa, gammachuutu keessaa baqata. Barbaachisummaan dhugaan jireenya keessatti qabu barbaachisummaa nyaataa caalaa bakka qaba. Dhugaan maali? Ganda lamaanittuu nama milkaawaa tahuuf: Namaa gad taasisee Rabbiin si hin uumne, of hin tuffatin! Ammoo yoomiyyuu dhugaadhaan […]

Dhugaan Boba’aa Imala Jireenya Keenyaa Haa Tahu! Read More »

Nama salaanni subhii isatti ulfaate hundaaf

Muslima amma jiru yoo laalte waan Rabbiin (S.W) itti isaan ajaje hedduurraa fagaataniiti agarta. Akka fakkeenyaatti salaata subhii fudhannee yoo laalle irra hedduu muslima ammaa biratti bakka dhabee jira. Ammoo salaanni kun gatii fi sadarkaan inni qabu nama qalbiin laalee xiinxaleef kan laayyotti laalamuu miti. Nama salaata kana laaffisee ilaaleef adabbiin Rabbiin qopheesse hangam cimaa

Nama salaanni subhii isatti ulfaate hundaaf Read More »

Sadarkaa Guyyaa Jumu’aa

Guyyaa Jumu’aa Maaltu Adda Godha? Guyyaan jumu’aa Rabbii fi muslimoota birattillee guyyaa addaati. Akkuma Ergamaan Rabbii (S.A.W) hadiisa keessatti nuuf himanitti guyyaa kana Rabbiin guyyaa ibaadaa isaatiif filate. Ummata nu duraatiif Rabbiin guyyaa jumu’aa guyyaa ibaadaa akka godhataniif jacha isaaniif filee qeebaluu didan. Guyyaa sadarkaa guddaa qabu kana ammoo Rabbiin (S.W) ummata Ergamaa Rahmataa (S.A.W)

Sadarkaa Guyyaa Jumu’aa Read More »

Shopping Cart